Ugee Âĺìì

Ugee Âĺìì Dhgas Aliyyi
🤲🤲🤲

20/09/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama!

30/08/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Taajuu Mahammadnur Al, Shambe Shambe

20/01/2024

💥Ergamaan Rabbii ﷺ Akkana Jedhan:-
Obboleessa Kee Fuula Ifaan (Seequun)
Simachuun Sadaqaa Dha.

💦Nabiyyii Rabbii ﷺ Fuulli Isaanii Ni Ifa
Abdullaah Ibni Haariis (R.A) Waa’ee Rasuula
Rabbii ﷺ Yoo Dubbatan; Akkana Jedhe:-
Rasuulli Rabbii ﷺ Osoo Hin Seeqatin
Fuula Nama Biroo Gonkumaa Ilaalanii
Hin Beekan.

💦Obboleessa fuula gammachuutiin
qunnamuun sadaqaadha. Jechi gaariin
sadaqaa dha.

💦Toltuuttii ajajuu fi hamtuu irraa
dhoorguun sadaqaa dha.

اللهم صل وسلم على نبينا وحبيبنا محمد💞

💯Rabbiin Warra Waan Dhagahetti
Fayyadamu Nu Haa Taasisuu🤲

04/12/2023
18/11/2021

ALHAAMDULILLH

02/09/2021

Alhamdulillah yaa raabbii

20/07/2021

Bagaa Genyee kaa

Address

Goro Guddo
Dubai

Telephone

+251955026636

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ugee Âĺìì posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share