02/07/2022
FAAYIDAA MUUZII (የሙዝ ጥቅሞች)
1.Sukkaarri(glucose) qaama keenyaa hanga barbaddamu keessatti haalan akka to'atamu godha.
2. Dhibeewwan Onnee fi sirna dhiigaa waliin walqabatan kanneen akka dhibee onnee, olka'uu dhiibbaa dhiigaa,hir'ina dhiigaa fi kkf ittisu irratti baayyee gargaara
3.Dhukkuboota sirna haargansu keenya miidhaan kanneen akka Utaalloo,Asmii, golfaa fi kan biroof haalaan gargaara
4.Dhukkuboota sirna bullaayinna nyaata kanneen akka,dhukkuba garaachaa ,dafee daakamuu diduu nyaataa,garaa kaasaa, Gogiinsa garaa darbees dhibee Kintaarootii ittisuu irratti gahee guddaa taphata
5.Fayyummaa qaamoota keenyaa kan akka Kalee,ija fa'af hedduu fayyaada.
6.Kaanserii garaagaraaf kanneen akka Kaanserii dhiigaa( leukemia),Mari'imaan guddaa( Colorectal Ca) fa'a nurraa qolata.
7.Jeeqamuu marsaa laguuf akka hin saaxilamne ni gargaara
8.Jabina ykn Cimina lafee keenyaaf ni fayyaada, akkasumas rakkoo gogaa keenyaa kan akka finnisaa, kormamuu nurraa qolata.
9.Dandeettii waa yaadachuu fi si'aa'innaa ni dabala.
10.Annisaa nuf kenna.
11.Ulfaatina qaamaa garmalee fi rakkoo isa waliin walqabatee dhufuuf akka hin saaxilamne nu gargaara.
12.Dhiphina fi yaaddoo hamaaf akka hin saaxilamnes nu gargaara fi kkf fa'a. Kunneen faayidaa baayyee keessaa muraasa wan ta'ef faayidaa kanneen hunda argachuuf Muuzii nyaachuu bartee ha godhanu
የሙዝ ጥቅሞች
1.በሚፈለገው መጠን የሰውነትን ስኳር (ግሉኮስ) ይቆጣጠራል።
2. የልብና የደም ሥር (cardiovascular) በሽታዎችን እንደ የልብ ሕመም፣ የደም ግፊት፣ የደም ማነስና የመሳሰሉትን ለመከላከል በእጅጉ ይረዳል።
3. ለተሃድሶ ስርዓታችን እንደ ዝላይ ፣አስም ፣ ጎልፍ እና ሌሎች ላሉ በሽታዎች በጣም ይረዳል
4. የምግብ መፈጨት ሥርዓት በሽታዎችን ለምሳሌ የሆድ ድርቀት፣ የሆድ ድርቀት፣ የሆድ ድርቀት እና የኪንታሮቲስ በሽታን የመሳሰሉ በሽታዎችን በመከላከል ረገድ ትልቅ ሚና ይጫወታል።
5. እንደ ጉበት፣ አይን ወዘተ ያሉትን ለአካል ክፍሎቻችን ጤና በጣም ጠቃሚ ነው።
6. እንደ ሉኪሚያ, ኮሎሬክታል ካ የመሳሰሉ የተለያዩ ነቀርሳዎችን ይከላከላል.
7. የወር አበባ መዛባትን ለመከላከል ይረዳል
8. ለአጥንታችን ጥንካሬ ወይም ጥንካሬ ጠቃሚ ሲሆን እንደ ብጉር፣ መሸብሸብ የመሳሰሉ የቆዳ ችግሮችን ይከላከላል።
9. የማስታወስ እና ትኩረትን ይጨምራል.
10. ጉልበት ይሰጠናል.
11. ከመጠን በላይ ክብደት እና ተዛማጅ ችግሮችን ለማስወገድ ይረዳናል.
12. በተጨማሪም ከባድ ጭንቀትን እና ጭንቀትን እና የመሳሰሉትን ለማስወገድ ይ