06/10/2026
Kan kaleessa si miidhe dagadhu; kan onnee irraa si jaallatu yoo miiyyuu hin dagatin.”
Namni tokko si miidhuu danda’a; garuu namni dhugumaan si jaallatu yeroo rakkoo keessattis si bira dhaabbata. Kanaaf, kan si miidhe qofa yaadachuu mannaa, kan onnee qulqulluudhaan si jaallatee siif dhugaa ta’e hin dagatin
👉 https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0