Mana Dawaa Aadaa Burqaa Fayyinaa

Mana Dawaa Aadaa Burqaa Fayyinaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Dawaa Aadaa Burqaa Fayyinaa, Shopping & retail, Adama.

24/06/2026

faayidaan muka maqaan isaa lagarraa jedhamu.

23/06/2026

mallattoolee (bawaasiir) bahee fi gad bahin.
1,nama nyanyaata hooqi hooqi nama godha .
2,nama dhawata.
3,nama belbela.
4,jilba nama dhukkubsa.
5,dugdaa fi mudhiin nama dhukkubsa
6,mataan nama dhukkubsa
7,akka ambeebatti nama ittansiisa
8,fincaan nama guba
9,hoffaa(uffaan) namaa ulfaata
10,onneen nama dhukkubsa
11,yeroo garii dhiiga nama yaasa
12,lafaa ka'uu namatti ulfeessa
13,akkaan fedhinnaa(sal-qunnamtii) namarraa balleessa .
14,nama garii ni bokeysa
15,humna nama cabsa
16,hamilee nama dhoorka(cabsa)
17,namni isa qabu ofitti aara
18,bifa nama jijjira

23/06/2026

DAWAA ILMOO NAMAARRAA BAATUU

hordoftoota keenyaa har'a dawaa ajaa'ibaatiin isinii qabadhee dhufe.
1,Baabunaji(ilillii dubraa)
2,xoosino(za'atar)
3,hulbata
Isaan 3een kana walitti danfisuun ergasii irraa miiranii ergasii biishaan san uffaataan jiisaanii jalaan godhatan yoo xiqqaate torbaan tokkoof fayyadama.

Teessoo teenya Adaama,Boolee.
0925325571/0960691320

21/06/2026

faayidaan muuzii beeytuu
dhaggeefadhaa irraa fayyadamaa

18/06/2026
18/06/2026

Dawaa barbaaddan hundaafuu
ADAAMA BOOLEE tti argamna
0960691320
0925325571

16/06/2026

1,kintaaroot(osoo hin murre)
2,sihrii
3,cophxoo
4,kalee
5,dadhabbii hirriibaa.....

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Dawaa Aadaa Burqaa Fayyinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share