Seenaa tradional clothes sell,rent addres shiro meda .shop no 87.

Seenaa tradional clothes sell,rent addres shiro meda .shop no 87. Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Seenaa tradional clothes sell,rent addres shiro meda .shop no 87., Addis Ababa.
(1)

Namatuu nu dhabaa malee nuttii namaa hin dhabunu kaahhhhh
19/09/2026

Namatuu nu dhabaa malee nuttii namaa hin dhabunu kaahhhhh

Namaa tokkoo waan isin jalaatanif  amala namaa sanii jijjiruufi hin dandeessan kanafi bayyee dadhabuu isin irraa hin Eeg...
19/09/2026

Namaa tokkoo waan isin jalaatanif amala namaa sanii jijjiruufi hin dandeessan kanafi bayyee dadhabuu isin irraa hin Eegamuu.. namooni amalii isan wojjiin dhalatee hin jijjiramuu...

Namaaf jettan ofii keessan hin miidhiina...Naman hangaa feetan yoo gargartanis isiinf hin yadduu kanaf namaaf hin dhiiph...
19/09/2026

Namaaf jettan ofii keessan hin miidhiina...
Naman hangaa feetan yoo gargartanis isiinf hin yadduu kanaf namaaf hin dhiiphatina... guyyaa gaarii isiinf haa ta'uu πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ follow me πŸ™πŸ‘ŒπŸ‘Œ

Dhiibaa jalaali nurraatti ummuu danda 'u ofii irraa ittisuufi osoo jalaanuu irraa fagaachuun filaannoo ciimaa akka sii b...
19/09/2026

Dhiibaa jalaali nurraatti ummuu danda 'u ofii irraa ittisuufi osoo jalaanuu irraa fagaachuun filaannoo ciimaa akka sii bayyisee jalaadhe namaa biraa hin jalaadhuu!!!!!!

Yerroo raftuu yerroo deemtuu Yerroo yaddo keessa galtuu yerroo rabbii guddaa kadhuuf
18/09/2026

Yerroo raftuu yerroo deemtuu
Yerroo yaddo keessa galtuu yerroo rabbii guddaa kadhuuf

Attii namoota jettee jireenyaa kee dhiiftee ofii kee irraftee namafi jiraacha turte namooni attii dhiiphaachafi turtee a...
18/09/2026

Attii namoota jettee jireenyaa kee dhiiftee ofii kee irraftee namafi jiraacha turte namooni attii dhiiphaachafi turtee amma. Sii irraafachuu. Danda'uu!!!!gaafa tokkoo!

Jireenyaa keenyaa keessatti waa bayyeettuu nu muddata obsa dabarsuun gaarii dha πŸ˜―πŸ˜―πŸ˜³πŸ‘ŒπŸ’―
18/09/2026

Jireenyaa keenyaa keessatti waa bayyeettuu nu muddata obsa dabarsuun gaarii dha πŸ˜―πŸ˜―πŸ˜³πŸ‘ŒπŸ’―

Namani maalif namaa bayyee jalaatuu onnee keessatti qabatee jiraata maaliif calliseen namaa  jalaata isinitti fakkata!!!...
17/09/2026

Namani maalif namaa bayyee jalaatuu onnee keessatti qabatee jiraata maaliif calliseen namaa jalaata isinitti fakkata!!!!

Namani namaa jalaatuu Onneetti bataa kun.... dhugaa dha!!!!!
17/09/2026

Namani namaa jalaatuu Onneetti bataa kun.... dhugaa dha!!!!!

Namaa tokkoo itti dhiihatani miidhuu irraa ....osoo jalaatan irraa fagaachuu woyyaa mittirree ijoolee kun akka yaddaa ko...
15/09/2026

Namaa tokkoo itti dhiihatani miidhuu irraa ....osoo jalaatan irraa fagaachuu woyyaa mittirree ijoolee kun akka yaddaa koottii....

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaa tradional clothes sell,rent addres shiro meda .shop no 87. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share