Zahir

Zahir Rabbiin nagayaa bobaase isin haa galchuu

19/07/2023
12/06/2023

Haqni Rabbiin nurraa qabu: nuti Allaah qofa gabbaruudha, waan takkallee Rabbitti qindeeysuu dhabuudha.

Haqni nuti Rabbirraa qabnu: yoo nuti haqa Rabbiin nurraa qabu hojitti jijjirre Ar-Rahmaan jannata nu naquudhaan nu adabuu dhabuudha.

Namni osoo shirkii hin hojjatin, Allaah qofa osoo gabbaruu du’e jannata seena. Namni Rabbii wajjiin waan biraa kan akka Yasuus, Nabiyyoota biraa, qabrii, dhagaa, urjii, aduu, malaaykoota osoo gabbaruu du’e ibidda seena.

Ragaan hadiisa bukhaarii fii muslim asii gaditti maxxanfame laali!

11/06/2023

Address

Harar
Addis Ababa
9089

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zahir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category