Mube Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mube, Shopping & retail, Metu, Addis Ababa.

14/07/2025

Fayya dhabaa fi waa dhaba
Rabbiin nurraa haa qabu

01/07/2025

Allaattiin ka'umsaa badde qubsumaaf rakkatti

22/06/2025

Qarshii malee qashtiin yoom badee

20/05/2025

Biyya shiroo nyaatanii shira yaadan keessa jirra 👁️

16/05/2025

Konkolaataa 🚘 bituuf jechaan jira tokkoonkee maalin bitte jette akka nangaafane 🙅

Rabbii sii haa fayyiisuu leenca oromoo🦁
02/05/2025

Rabbii sii haa fayyiisuu leenca oromoo🦁

01/05/2025

Bilbila dhabbuu irra haadha 🏡 dhabbuu wayyaa🤗

27/04/2025

Ijoolleen ______ Amaarriffa dubbaachuun akka qaroominatti ilaalu 🙅

18/04/2025

Anatu tuffate malee seexanni tokko na aggalaamaxaa jirti

14/03/2025

Address

Metu
Addis Ababa
090909

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share