14/04/2022
Ilmaa namaa kana waan hundaa yoo arkateehu qufeen hin jeedhuu tabiiraatuu hafee maalee Rabbii osoomaa beekuutii jiiruu addunyaa kana irrisee ummeen ilmaan namaa kaani afaan saa guutuu biiyyee qabri qofadhaa Yaa Rabbii atii imaanaan nu guutii moowlaa