13/08/2022
✅Tilmaamaa Badhaafamaa✅
↪️Tapha Xumuraa Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota Kubbaa Miilaa Oromiyaa 2014.
🙏Abdii Boruu Sabbataa VS B/M Ajjee
✍ Dilbata boruu(08/12/2014) 🙏Tilmaama Sirrii kan argate 1GB tajaajila Interneetii torban tokkoof turu ni badhaafamaa.
👤👤👤Namootni 3 tartiibaan 1-3ffaa Walduraa duubaan Tilmaamicha argatan ni badhaafamuu.
✅Tilmaamichi kan adda ba'u tartiiba ykn yeroon kan daanga'u ta'aa.
🟩✅Ulaagaalee barbaachisoo
1⃣.Share
2⃣.Tilmaama
Ulaagaalee armaan olii kan hin guunne fknf Tilmama sirrii argatee Share kan hin goone yoo ta'e badhaasichi kan jala darbu ta'aa.
✅Gaaffii
1⃣Qabxii ittiin taphichi xumuramu : Fknf MUN 2-8 Chelsea
2⃣Maqaa Kilaba Shaampiyoonaa ta'uu
⚽️Carraa Gaarii