Waliif Elektirooniks Online shopping

Waliif Elektirooniks Online shopping Peejiin kun kan kalaqameef online hojjennee namoonni keenya bu'a qabeessa gochuufi! Peejjii keenya like share fi follow godhaa!

Hojii hojjennu keessatti amanamummaa dhugaadhaan odeeffannoo sirrii ummata keenyaan geenya. Bilbila 0961750707 irratti bilbiluun odeeffannoo dabalataa argadhaa!

01/09/2026
28/08/2026

Buraayyuu Tshare asfaaltii irraa 50M fagaata.
Kaaree 200
Kaartaan dijitaala
Ibsaa fi bishaan qaba
Saalonii ballaa
Kutaa ciisichaa keessaa lama
Alaa kutaa kireeffamu 2 qaba
Kitchen cabinet qaba
Shaaworii fi mana fincaanii alaa fi keessaa qaba
Mooraan konkolaataa lama ni dhaaba
Gatiin 8.5 million
Bakki Buraayyuu Tshare
Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Daa'imtuu dhibiif simuu nuuf dha'uu dandeettu.
☎️☎ 0913168614 ☎☎
☎️☎ 0924477265 ☎☎
Viidiyoo ilaaluuf Telegram channel keenya join godhaa https://t.me/+TlYqT_D5EF4wZWI8

G+2 Kaaree 140Ballinni walii galaa 200m²Kaartaan dijitaala Saalonii 3Kutaa ciisichaa 4Suuqii 2Kitchen 2Shaaworii fi mana...
08/08/2026

G+2
Kaaree 140
Ballinni walii galaa 200m²
Kaartaan dijitaala
Saalonii 3
Kutaa ciisichaa 4
Suuqii 2
Kitchen 2
Shaaworii fi mana fincaanii 4
Bakka konkolaataa dhaaban gahaa qaba
Bakki Magaalaa Galaan
Gatiin 17 million
🏠 Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina. Akkasumas Guest house ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Telegram
☎️☎ 0913168614 ☎☎
☎️☎ 0924477265 ☎☎

05/08/2026

Mana liqa CBE qabu
Kaaree 200
Kaartaan dijitaala
Ibsaa fi bishaan qaba
Saalonii ballaa
Kutaa ciisichaa keessaa lama
Shaaworii fi mana fincaanii alaa fi keessaa
Kitchen alaa qaba
Bakka service ijaarsisu kan bu'uurri bahe qaba duubaan
Liqa CBE 2.4 million
Kaashii 4.9 million
Gatiin waliigalaa 7.3 million
Bakki Buraayyuu Tshare daandii coble tti baayyee dhiyoo
Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Daa'imtuu dhibiif simuu nuuf dha'uu dandeettu.
☎️☎ 0913168614 ☎☎
☎️☎ 0924477265 ☎☎
Viidiyoo ilaaluuf Telegram channel keenya join godhaa https://t.me/+TlYqT_D5EF4wZWI8

Burayu Filidooroo Asfaaltii irraa 50M qofa kan fagaatu.Kaaree 140Kaartaan dijitaala Ibsaa fi bishaan qaba Saalonii balla...
30/07/2026

Burayu Filidooroo Asfaaltii irraa 50M qofa kan fagaatu.
Kaaree 140
Kaartaan dijitaala
Ibsaa fi bishaan qaba
Saalonii ballaa
Kutaa ciisichaa keessaa 3
Alaa kutaa kireeffamu 1
Kitchen cabinet qaba
Saanduqa dhaabbii qaba
Shaaworii fi mana fincaanii alaa fi keessaa qaba
Mooraan teraazoo
Manni keessi seraamikii
Bakki Buraayyuu Filiidooroo asphaaltii guddaa irraa meetira 50 kan hin caalle
Gatiin 10.3 million
Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Daa'imtuu dhibiif simuu nuuf dha'uu dandeettu.
☎️☎ 0913168614 ☎☎
☎️☎ 0924477265 ☎☎
Viidiyoo ilaaluuf Telegram channel keenya join godhaa https://t.me/+TlYqT_D5EF4wZWI8

Address

Finfine, Bole
Addis Ababa
BOLEMEDANALEM

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waliif Elektirooniks Online shopping posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waliif Elektirooniks Online shopping:

Shortcuts

Share