KOO - ISAAN Mana huccuu aadaa oromoo

KOO - ISAAN Mana huccuu aadaa oromoo 0910219070/ 0921211400

17/08/2022

Kabajamoo Maamiloota keenya maraaf:
-Uffata aadaa qophii garaa garaaf ta'u, ajajaan akka isiniif hojjetamu yoo barbaaddan, lakkoofsa bilbilaa fuula kana irratti barreeffamee jiruun nu quunnamaa.
-Uffata aadaa gosa gara garaa ni qabna. Akkasumas fedha maamila keenyaa irratti hundaa'uun halluu barbaachisu maknee ni qopheessina.
-Sagantaa addaa addaaf kan ta'u, uffata kireeffamu qabna.
-African dress illee ni hojjenna.
💪Ayyaana irreechaaf qophii xumurree, hojii eegalleerra.

💪Hojii qulqullina qabu, Gatii madaalawaa ta'een, amanamummaan hojjennee dhiyeessuun, mallattoo kabaja nuti isinii fi aadichaaf qabnuuti.
HORAA BULAA!

17/08/2022
17/08/2022
Dhoksaa bareedina misirrootaa...   KOO-ISAAN DESIGN💗09212114000910219070 Nuuf bilbilaa.
07/07/2021

Dhoksaa bareedina misirrootaa...
KOO-ISAAN DESIGN💗
0921211400
0910219070 Nuuf bilbilaa.

KOO-ISAAN DESIGN    # Aadaan keenya:-- bareedina keenya!-Eenyummaa keenya!       HORAA BULAA!!
03/12/2020

KOO-ISAAN DESIGN
# Aadaan keenya:-
- bareedina keenya!
-Eenyummaa keenya!
HORAA BULAA!!

Address

1, Shiro Meda. 2, CMC, MARII
Addis Ababa

Telephone

+251910219070

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KOO - ISAAN Mana huccuu aadaa oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to KOO - ISAAN Mana huccuu aadaa oromoo:

Shortcuts

Share