Tokkummaa Fayyisaa

Tokkummaa Fayyisaa Silencing the Gun Among brothers๐Ÿ™ Finfinnee oromiyaa.

Silencing the Gun Among brothers!
02/11/2025

Silencing the Gun Among brothers!

29/07/2024

๐Ÿ™†โ€โ™€๏ธ

Maal arguu?๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ™„๐Ÿ‘‰ Hidhaa umrii guutuun erga itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'ee...
11/05/2023

Maal arguu?๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ™„

๐Ÿ‘‰ Hidhaa umrii guutuun erga itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee TV'n sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef.

Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota yaamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti gammachuun deebi'e๐Ÿ˜‹

(Dubartootni tasgabbaa'aa ๐Ÿฅธ)

25/03/2023
Jabaa akka Sibiilaa nama beekumsa Hedduu qabu! Nama waan weellisuuf beeku fi yeroo weellifamu beeku, Weellisaa Kekiya Ba...
10/10/2022

Jabaa akka Sibiilaa nama beekumsa Hedduu qabu! Nama waan weellisuuf beeku fi yeroo weellifamu beeku, Weellisaa Kekiya Badhadha Weellisaa qofa miti kuusaa mana kitaaba Oromooti. ati jabaa Oromoo qabu keessaa nama tokko ๐Ÿ™ Maarree ammas weelluu dhaggeefatamee hin kuffamnee fi dhaamsa fi dhama qabu, mata duree isaa Jedhu qabatee dhufaa jira.

yeroo dhi'ootti eeggadha๐Ÿ™
Weellisaa keenya fi Artii keenya jajjabeessa!

Address

Page Kun Yaadannoo Babanii, Lubbu
Ambo

Telephone

+251917556237

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokkummaa Fayyisaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category