31/03/2024
Taphii Guutuu Godina Boorana Bahaa akkuma itti fuufeetti jiraa guyyaa boruu Bitootessa 23 /2016 ganama sa'aatii 2:00 irraa kaassee kspoortiin Gosaa Afuri (4) Ni gagg6
1. Kubbaa Harkaa
2.kubbaa Saaphana
3.Kubbaa Kaachoo
4.Taphaa Daart
Haaluma walfakkatuun Sa'aatii torbaa (7:00) irraa jalqabee walmorkiim Aanaalee Afurii Tapha ni gaggeeffamaa
Hundaaf Carraa Gaarii!