Oromiyaan biyakoo

Oromiyaan biyakoo Ilove you

25/09/2021

- Hidhamuun Jawaar Mohaammad hidhamuu nama dhuunfaa osoo hintaane hidhamuu siyaasa Oromoo, hidhamuu hooggantoota paartilee Oromooti fi, hidhamuu egeree Oromoo akka ta'e dubbachaa turre. Diinni keenya waan Jawaar hidheef sababa quubsaa qaba. Baay'ee keenyaf garuu har'as waan gale miti. Yoo nuuf gales hinaaffaa fi garaa jalaa waan baane miti. Dhugaan jirtu garuu sanuma.
Dhimmi Jawaar dhimma Oromoo fi Oromiyaati. Dhimma Oromoo fi Oromiyaa qofa otoo hintaanes dhimma egeree siyaasa Itoophiyaarratti jijjiirama eegame san faallatti jijjiirudha. Yaa Oromoo diinni waan jawaar hidheef sirriitti beeka, atis kana
beekkadhuu falmadhu.
Oromoo keessatti ga'een Jawaar Mohaammad ga'ee mootin kanniisaa takka gurmuu kanniisaa keessatti qabduun tokkuma. Kana beeknee dhimma hayyoota fi hooggantoota paartilee keenyaa xiyyeeffannoodhan haa hordofnu, haa falmannuu haqni haa dursu!! Ezeikel Gebissa
••• !

25/09/2021

Kumaatama Nyaataaf Hiriire Caalaa
Tokkicha Kaayyoof Hirireetuu Injifata Abbaa koo

11/08/2021

Shere godhii oromoon

10/08/2021
01/08/2021

Address

Anii Oromoodha Biyiikoo Oromiyaadha Afaankoo Afaan Oromoo Dha
Asebe Teferi

Telephone

+251967968821

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaan biyakoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share