06/07/2021
Yooyyaa online shopping:
Calaltuun gosoota gara garaa jaha kan ta'anitti tuuta tokko keessatti argama.Calaltuun faayidaalee baay'ee of keessa qaba'Isaan keessa kanneen akka:Wantoota jiidha ta'an Calaluuf,akkasumas naanneessuudhaafis baay'ee mijataadha.Dabalataanis sababa qixxaayina adda addaa qabuuf Midhaan daakuu(bukoo) Calaluuf ni fayyada,Calaltuun faayida gara garaatiif kan oolu gola(kushiinaa) keessatti akka Calaltuutti,sibiila calaltuu gosaa adda addaatiif:ruuzii,paastaaf kkf calaluudhaaf kan ooluudha. Biyyi Oomishama Calaltuu Chaayinaa . Meehaa kana haala mijaawaa ta'een isini waan dhiyeessinuuf lakk. Keenyarratti bilbiltanii argachuu dandeessu.
# Qarshii 250 Dhala waliin (delivery)
Bilbili keenya
0996365776
0910159339