Muaz Abdulaziz page

Muaz Abdulaziz page 20k followers thankiyou guyes lesgo30k inshallah

28/08/2026

Breaking News!! : Humni Poolisii Feederaalaa Sa'uudi Arabiyaa hamga ammaatti gara jabeeyyii dhiiga miskiinatti taphatte ...
20/08/2026

Breaking News!!

: Humni Poolisii Feederaalaa Sa'uudi Arabiyaa hamga ammaatti gara jabeeyyii dhiiga miskiinatti taphatte san afur qacam godhuu isaanii himaniiru!! Itti fufa!! Gara jabeeyyiin Sa'uudi Arabiyaa keessaa ni qulqulloofti...dacheen Nabii Muhammad S A W lafa nagaa ni taati...😎 itti fufa!! Odeessa haaraaf nu hordofaa!!...πŸ™Œ πŸ€·β€β™‚οΈ

Jarri lamaan kunis ni barbaadamu. Maqaafi iddoo dhalootaa akkasumas abakka amma jiran nuuf eeraa
20/08/2026

Jarri lamaan kunis ni barbaadamu. Maqaafi iddoo dhalootaa akkasumas abakka amma jiran nuuf eeraa

dhugaa mo soba guyes
18/06/2026

dhugaa mo soba guyes

α‹¨αˆ°α‹ αˆαŒ…  αˆ˜αŒ¨αˆ¨αˆ»α‹ αˆ²α‹«αˆαˆ­  αŠα‹‰αŠ“ α‹°αˆ΅ α‹¨αˆšαˆˆα‹‰  αŠ αˆ‹αˆ… α‹¨αˆαˆ‹α‰½αŠ•αŠ• መጨረሻ α‹«αˆ³αˆαˆ­αˆαŠ• πŸ€²πŸ™
11/06/2026

α‹¨αˆ°α‹ αˆαŒ… αˆ˜αŒ¨αˆ¨αˆ»α‹ αˆ²α‹«αˆαˆ­ αŠα‹‰αŠ“ α‹°αˆ΅ α‹¨αˆšαˆˆα‹‰ αŠ αˆ‹αˆ… α‹¨αˆαˆ‹α‰½αŠ•αŠ• መጨረሻ α‹«αˆ³αˆαˆ­αˆαŠ• πŸ€²πŸ™

 !   ==============Lammiilee Itoophiyaa 78 Suudaanitti mana hidhaa turan hiiksisuun Abbichuun hadha xiyyaara ofiitiin ga...
10/06/2026

!
==============
Lammiilee Itoophiyaa 78 Suudaanitti mana hidhaa turan hiiksisuun Abbichuun hadha xiyyaara ofiitiin gara biyyasaaniitti fidee dhufee jira. Biyya Suudaanitti araara buusuuf kan imale abbaan nageenya Afriikaa jaalalaa fi quuqama lammiisaaf qabu irra deebi'ee hadhas mulliseera.

Lammiileen kun hidhamtoota murtee hidhaa hanga waggaa 20 itti murtaahee turellee kan hammate ta'uu waajjirri Muummee Ministiraa ifoomseera.

Address

Dire Dawa
Dire Dawa

Telephone

+251946026190

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muaz Abdulaziz page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share