Osiina love haroo

Osiina love haroo Chamaa A99_4 wajalee

26/02/2024
 ...... 🌹 Jecha tana maaltu akkana bareeche....!🌷 hiika ishee maaltu akkanatti gadi fageesse....!🌷 itti gaafatamummmaa i...
23/02/2024

......

🌹 Jecha tana maaltu akkana bareeche....!
🌷 hiika ishee maaltu akkanatti gadi fageesse....!
🌷 itti gaafatamummmaa ishee maaltu akkana namatti ulfeesse/guddise....!!

Waan na ajaa'ibeeef....!!

Osiina love haroo

🎙Yaa Rabbi Ummata dhiigni uammata muslimaa biratti dhiiga saree hanqate kana keessatti waan takkuu hin dhagahin nu Dhage...
07/11/2023

🎙Yaa Rabbi Ummata dhiigni uammata muslimaa biratti dhiiga saree hanqate kana keessatti waan takkuu hin dhagahin nu Dhageessisi....
🎙Yaa Allaah Ajaa'ibuma dandeettii keetiituu Ummatuma kana keessatti yaa Allaah nu agarsiisi..
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
اللهم أرنا فيهم عجائب قدرتك.....

Osiina love haroo

21/03/2023



Baatii jibbi godaanee
Jaalalaaf bakka laatu,
Baatii firri wal waamee
Jaalalaan waliin nyaatu,

Baatii keessa kadhatani
Rabbii keenya tokkichaa
Dilii irra nuu darbi jachuun
Isaaf taanu gabrichaa..

Baatii hunda caalte
Qabdu barakaaf milkii
Baatii kadhaannan qeebalu
gama rabbii bilbillaan silkii.

Baatii waliif ho'ani
Baatii waliif dhiigani,
Baatii kan wal lolani
Itti waliif dhiisani,

Baatii Sheeyxaani hidhamu
Baatii nagaan beekamu,
Baatii risqiin hiramu
Duwaayiin qeebalamu,

Baatii hundaaf jaalala
baatii milkiin baayyee
Baatii dhukkubsataan
Kadhaa rabbiin fayyee.

Kan biyyaaf biyya alaa
Xiqqaaf guddaan keessani,
Jal bultii sooma alanaa
Baga nagaan geessani...

Baga Jala bultii 𝙍𝙖𝙢𝙖𝙙𝙖𝙖𝙣𝙖 𝙜𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖𝙣.

✍️.by Osiina Amiin
Guddaa galatoomOsiina AmiinOsiina Amiin

28/11/2022

Address

Osiina
Harar
A99_4

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Osiina love haroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Osiina love haroo:

Shortcuts

Share