Yasin Mustefa Haji

Yasin Mustefa Haji Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yasin Mustefa Haji, Shopping & retail, Adama, Iteya.

Simannaa sheekaa haala addaatiin
04/06/2024

Simannaa sheekaa haala addaatiin

13/10/2023

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN

Aalimaa fi hayyichi guddaan,Abbaan umrii dheeraa Sheikh Abdurrahmaan Fatanaa guyyaa har’aa gama fuula RABBII deemaniiru.

Sheikh Abdurrahmaan Fatanaa Ulee Towhidaatiin dobaa shirkii ciraa,ogummaa hayyummaatiin hawaasa jiddutti rakkoo furaa,gateettii ofii irratti itti gaafatamummaa ummataa baadhataa, waggaa 120 ol addunyaa kanarra turaniiru.

Wanti isaan hawaasa keessatti beekamaniin inni guddaan Du’aa’iin isaaniif awwaatamuu dha.
Waggaa dabre Magaalaa Shaashamanneetti bakka isaan jiranitti dhaqee firaasha isaanii bira taa’ee du’aa’ii naaf godhaa jedheen. Du’aa’ii walii galaa naaf godhanii na gammachiisan.

Kunoo har’a gara aakiraa imalaniiru.
Halkan hanga fedhe dheeratus bariin hin hafu. Umriin hanga fedhe dheeratus qabrii seenuun hin hafu.

Sheikh Abdurrahamaaniif RABBIIN jannata haa kennu.

——-
Yaadachiisa;
Eddoon Awwaalcha isaanii godina Arsii,Aanaa Hadaabbaa,Magaalaa Laajjootti guyyaa boruu raawwatama.

Innaa lillaahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun.Aalimni guddaan biyya keennaa haftuun aalimman kaleessaa H/Abdurahmaan Fatanaa...
13/10/2023

Innaa lillaahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun.
Aalimni guddaan biyya keennaa haftuun aalimman kaleessaa H/Abdurahmaan Fatanaa guyyaa ha'aa kamisa galgala gara fuula rabbii deeman.
Innaa lillaah wa'innaa ileeyhi raaji'uun.

15/02/2022
Mucaa qaxalee kana mee Rabbiin Jaannata ofii keessaa ol aanaa san haa kennuuf.Awwee koo yoomuu si yaadanna
21/09/2021

Mucaa qaxalee kana mee Rabbiin Jaannata ofii keessaa ol aanaa san haa kennuuf.Awwee koo yoomuu si yaadanna

Address

Adama
Iteya

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yasin Mustefa Haji posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share