Muaz Sultaan

Muaz Sultaan June 29/6/2020 �3:30�
�acaaluu Hundeessa�
I'm Man united family
I Love you nabii Muhammad S A W

17/06/2026

of-jijjiiri💥
Nama ja'e barreesse hunda Add godhii💥

17/06/2026
17/06/2026

Barannee biyya jijjiirra jenne barannee paantii jijjiirachuu dadhabne 😭

17/06/2026

Mana Jijjiiramaa!💥
Nama jedhe ADD godhii dafii deebisi jedhiin!🥰

  biqiltuuwwan miil 32 ol sagantaa Ashaaraa Magariisaan dhaabamuuf hojjatamaa jira.===Godina Jimmaa,Aanaa Limmuu Kossaat...
15/06/2026

biqiltuuwwan miil 32 ol sagantaa Ashaaraa Magariisaan dhaabamuuf hojjatamaa jira.
===
Godina Jimmaa,Aanaa Limmuu Kossaatti Ashaaraa magariisaa bara kanaatiin biqiloota miiliyoona 32 ol dhaabuuf qophiin xumuramuusaa Waajjirri Qonnaafi Lafaa aanichaa beeksise.

Bulchaa ittaanaafi ittigaafatamaan Waajjira Qonnaafi Lafaa aanichaa Obbo Amaanuu Jamaal buufataalee biqiltuu mootummaa fi dhuunfaatti biqiltuuwwan gosa gara garaa miiliyoonni 32 qophaa'uusaa himaniiru.

Biqiloota ganna kana ashaaraa magariisaan dhaabamaniif lafti heektaarri kuma 10 qophaa'uusaa dubbataniiru.

Bulchaan Aanichaa Obbo Musxafaa Shariif aanichatti ganna bara kana biqiltuu miliyoona 32 ol dhaabuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu dubbataniiru.

Uwwisa bosona aanichaa guddisuufi kana dura iddoowwan haala gara garaatiin miidhaman deebisanii bosonoomsuuf biqiloonni bosonaaf oolan qophaa'uusaanii himaniiru.

Biqiltuu gannaa bara kana aanichatti dhaabamuuf qophaa'aa jiran biqiltuu bosonaa, biqiltuuwwan nyaata beeladaa, tajaajila dahoofi midhaaginaaf kan oolanii jedhaniiru.

Faalamaa qilleensaa hambisuufi miidhaa hongeen lafarraan hambisuuf dhaabbiin biqiltuu cimee ittifufu qaba jedhaniiru.

Biqiltuun sagantaa Ashaaraa Magarisaan waggoota darban dhaabne, oomishaafi oomishtummaan keenya akka dabaluu fala tahe qonnaan bultota aanichaa ibsaniiru.

Kominikeeshinii Aanaa Limmuu Kossaa

10/06/2026

kanaan Nama jedhe, gochuun itti ergadhu💥

10/06/2026

🥰

Hiriyoota hamma fedhii keetii cmnt jalaa sassaabbadhuu bahi!

09/06/2026

Of jijjiiri
qofa jedhii barreessi nama 500 follow argatta 👌

09/06/2026

qofa jedhiitii hiriyoota qaxalee horadhu💥
↪️Let's go

Address

Jimmaa Abbaa Jifaar
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muaz Sultaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share