Caalaa Ilma Saanii

Caalaa Ilma Saanii Author History

23/07/2024

Rakkinoota Keetiif
Kophaa Qabsaa.uu
Baradhu
๐Ÿ™‡โ€โ™‚๏ธ

19/08/2023
15/02/2021

Wadalli Harree Hamma Iyyu malee
Hamma dhuufu Hin Buuku
๐Ÿฆ„

Mammaaksa Oromoo

๐€๐ง๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข ๐‡๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ญ๐ฎ ๐‰๐ž๐๐ก๐ž ๐Ÿฆ“
29/09/2020

๐€๐ง๐š๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข ๐‡๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ญ๐ฎ ๐‰๐ž๐๐ก๐ž ๐Ÿฆ“

Dubartootaaf ( ๐Ÿ’“ )~~~~~~~~~~~~~Bareedinni ni darbaBiftis waan hin tolleDurba waaqaaf bultu Tan siin wal hin lolle๐Ÿ’“Tan og...
06/05/2020

Dubartootaaf ( ๐Ÿ’“ )
~~~~~~~~~~~~~

Bareedinni ni darba
Biftis waan hin tolle
Durba waaqaaf bultu
Tan siin wal hin lolle
๐Ÿ’“

Tan ogummaa beektu
Tan yaannishee bal.aa
Haalaan jijjiiramtee
Tan hin goone jal.aa
๐Ÿ’“

Tan jaalala beektu
Fedhiif tan hin fiigne
Abboommii tan Eegdu
Tan Manashee hin diigne
๐Ÿ’“

Qaadhimaa baayyettii
Jaallatamtuu durbaa
Siif haa kennu Rabbiin
Siin Eebbisaa Gurbaa๐Ÿคฒ๐Ÿ‘ˆโœ”๏ธ

๐Ÿ’“๐Ÿ˜โœ”๏ธ

Like

By ฤŒรขรขlรฃรข รŽlmรฃ ล รครครฑรฏรฏ ๐Ÿ˜โœ”๏ธ

๐Ÿ’“ Jaalala ๐Ÿ’“Jaalala Jechuun dubartii miliyoona tokko jaallachuu miti โŒKaraa miliyoona tokkoon dubartii tokko Jaallachuudh...
02/05/2020

๐Ÿ’“ Jaalala ๐Ÿ’“

Jaalala Jechuun dubartii miliyoona tokko jaallachuu miti โŒ

Karaa miliyoona tokkoon dubartii tokko Jaallachuudha โœ”๏ธ

Dhiirummaa jechuun dubartoonni
Hedduun si jaallachuu miti โŒ

Dhiirummaan kan madaalamu dubartii tokko hundaa ol caalchistee
Jaallachuu fi isheef Amanamaa fi murataa taatee Argamuudha โœ”๏ธ๐Ÿ’“

Share Like Godhuu hin dagatinaa๐Ÿ’“๐Ÿ‘ˆ

Address

Mechara Harerge
Mechara

Telephone

+251960353424

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caalaa Ilma Saanii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category