15/04/2025
EBLA 15 Guyyaa Tokkicha Oromoon Tokkummaan Itti Muldhate!
Guyyaa Akka Har'aan Hawwee!
Facaa'anii wal nyaachuu irra tokkummaan biyyee nyaachuutu caala.
Dhaloonni Dagatus, Seenaan Yeroo hunda Isin yaadata.