Abdi Design

Abdi Design Hojiin nama boonsa.

24/09/2025

Abdi Design

Injifattoota dorgommichaaf badhaasa isaanii qaqqabsiifnee jirra.Galatoomaa. Dorgommii marsaa biraatiin walitti deebina.H...
24/09/2025

Injifattoota dorgommichaaf badhaasa isaanii qaqqabsiifnee jirra.
Galatoomaa.
Dorgommii marsaa biraatiin walitti deebina.
Hub: Dorgomtoonni huccuu badhaasaaf qophaa'e fudhachuuf fageenyarra jirra waan jedhaniif fedha isaaniitiin gara maallaqaatti kan jijjjiirameef ta'uu isin beeksifna.
Abdi Design

Baga gammaddan!Turuu keenyaaf nu oofkalchaa! Dorgommii adeemsifamaa ture keessatti namootni baay'ee bifa ajaa'ibaan wal ...
23/09/2025

Baga gammaddan!
Turuu keenyaaf nu oofkalchaa!
Dorgommii adeemsifamaa ture keessatti namootni baay'ee bifa ajaa'ibaan wal dorgomaa turan hedduun haa jiraatan iyyuu malee namootni dorgommicha akka ulaagaa kaa'ameetti injifatan kanneen armaan gadiiti.
1ffaa: Obsa Etefa =react 407
2ffaa: Maamme Arsenal =react 341
3ffaa : Kaayyoof Øromticha = 173
tiin injifataniiru.
Baga gammaddan.Badhaasa keessan fudhachuuf Abdi Lemma dubbisaa.
Hundumtuu hirmaannaa keessaniif galatoomaa.

Xumurameera. Dorgommiin Abdi Design irratti qophaa'e bifa ajaa'ibaan kan deemaa ture yoo ta'u amma xumurameera. Mo'attoo...
23/09/2025

Xumurameera.
Dorgommiin Abdi Design irratti qophaa'e bifa ajaa'ibaan kan deemaa ture yoo ta'u amma xumurameera. Mo'attoonni sa'aatii 02:00 irratti kan beeksifaman ta'u.
Galatooma.

Abdi Design
23/09/2025

Abdi Design

23/09/2025

DORGOMMICHI XUMURAMUUF SA'AATII 2 QOFATU HAFE.
Jirtuu dorgomtoonni?
Abdi Design

Dorgommichi xumuramuuf sa'aatii muraasatu hafe. Garuu dorgomtoonni hundumtuu ulaagaa dorgommichaa akka guuttan irra deeb...
23/09/2025

Dorgommichi xumuramuuf sa'aatii muraasatu hafe. Garuu dorgomtoonni hundumtuu ulaagaa dorgommichaa akka guuttan irra deebi'aa mirkaneeffadhaa.

Address

Sebeta

Telephone

+251918401620

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi Design posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdi Design:

Share