Tattaaffii Hinkoosaa

Tattaaffii Hinkoosaa Imalli gara fuulduraatti ittuma fufa

12/05/2026

bagan gufes bagan ka'es jette jedhani dullachi

11/04/2026

baga ittiin isin ga'e

Baga geessani 2026keessumattuu baroota dheeraan dura namoonni kabaja waggaa haaraa amajji 1 ilaanchisee yaadannoo fi mud...
01/01/2026

Baga geessani 2026
keessumattuu baroota dheeraan dura namoonni kabaja waggaa haaraa amajji 1 ilaanchisee yaadannoo fi mudannoo waan hamaaf gaarii waliin qabnu baga geessani baga har'as geessani
akkasuma ummatini oromo marti baga ittiin isin ga'e
bara gammachuuf bilisummaa nuuf haa ta'u

13/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Daraje Tadela, Nagasa Lami, Ikruu Ikruu Ikramii, A Lex Zeleke, Qalliicha Qalmaa Didee, Bokashe Bakana

18/11/2025
22/10/2025

dubbii dachaa walaloo kana keessa jiru namni argate badhaasa qaba

maal jarri qeheen bareedaa qulqulluudhaam haratoo

maatii mudaa hin qabnerraa eebbaan dhalatteem atoo

Address

Dhugaa
Shambu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tattaaffii Hinkoosaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tattaaffii Hinkoosaa:

Shortcuts

Share