Goota Qaraniyoo Hangafa nagaa

Goota Qaraniyoo Hangafa nagaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Goota Qaraniyoo Hangafa nagaa, Book shop, Wbo, Shambu.

09/07/2025
08/07/2025

Addisu Wayima arguu barbaadna.

Namoonni Baay’een jaalalala Obboleessa keenya Faarfataa Addisuuf qabdan irraa ka’uun waan isaaf malu goonaaf jettanii biyya keessaafi alaa gaafachaa jirtu.

Koreen Sagantaa kanaa dursee Dhimma kanaaf sochiirra jira.

Addisuun garuu koreedhaan, "Eebba album isaa irraa kan hafe, Uummata kana dhimma biraaf hin rakkkisinaa" jechuun mormaa ture.

Ummati garuu jaalala isaaf qabu irraa kan ka’e Addoo dhaaf kennaa jaalalaa kennee gammachiisuu barbaada.

Kanaaf amma wiirtuuu tokko irratti akka walitti qabamuuf maqaa Namoota 3 n account banamee jiru public akka ta’u koreen murteessee jira.



1. CBE
1000285794734

2. Awash Bank

013200706736

When you deposit send me the receipt 🙏

11/10/2022

photo play

13/03/2022

God is good

12/06/2020

MALIKUUN

Address

Wbo
Shambu
00000011

Telephone

0925094830

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Goota Qaraniyoo Hangafa nagaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category