Kana'ol printing and stationery

Call Contact the business

Kana'ol printing and stationery Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kana'ol printing and stationery, Shopping & retail, Shashamanne, 01 Kebele, Infront of Drive Urgesa building, on the main road to Baale, Shashemene.

Kana'ol Printing and Stationery is a private company based in Shashamene , Ethiopia, providing printing services, and supplying stationery materials for various categories of customers.

  Nu waamti harmee USAn😎 Suuraa DVdhaaf kaatan irratti eeggannoon gochuu qabdan muraasni:-1. Suurichi kan ji'a 6 as kaat...
02/11/2022


Nu waamti harmee USAn😎
Suuraa DVdhaaf kaatan irratti eeggannoon gochuu qabdan muraasni:-
1. Suurichi kan ji'a 6 as kaatan ta'uu qaba jedha instruction website irra jiru yoo dubbistan. Garuu wanti hubachuu qabdan ammatti kan carraa isiniif baasu lottery number isiniif kennametu algorithm dhaabbatichaatiin taphachiisamee isiniif ba'a malee carraa irratti suuraan gahee hin qabu. Booda erga isiniif ba'ee booda waan tokko tokkoon isin danquu garuu waan danda'uuf eeggannoo gochuun ba'eessa.
2. Dabalata kishaafa(menetserii) fi wantoota tokko tokko fuula keessanirratti fayyadamuu hin qabdan.
3. Suuraa waan biraaf kaatan otuu hin taane suuraa kana square gochuu qabdu. Size isaas 600x600 Pixel kan ta'e ta'uu fi background isaa solid color yookaan lummuxxii😀 isa jedhan halluu wal fakkaataa ta'uu qaba.
4. Yeroo kaatanis fuulli keessan sirriitti camera keessa seenuu qaba. Cinaan yookaan bukkeedhaan otuu hin haqaaqamin kallattiidhaan fuuldura keessan ilaalaa ka'uu qabdu.
---
Kanarraa kan hafe achumarratti gaafa upload gootaniyyuu dogoggora yoo qabaate isin beeksisa. Yoo background adii xinnoo xuraa'e irratti kaatanii sirreessuu yaaltan akka suuraa keessan hin balleessinetti qofaatti photoshop irratti background isaa erga select gootanii booda background isaatti exposure itti dabaluudhaan offset isaa hanga dhumaatti ol kaasaa. Kanaan achi naannoo fuula keessaniitti editing kamiyyuu hin hojjetinaa.

Kanaol stationery filannoo keessaan haa ta'uu!
Dhumatuuf Guyyaa muraasa qofatuu hafee.
Kootta carraa keessaan yaalaa.

14/09/2022

/shop





Are you looking for Notebook for your school?
Are you looking for Notebook for your shop?

Please come and visit us!
Serve you better!

Address :Shashamanne, 01 Kebele, Infront of Dr Urgesa building,on the main road to Baale.
Behind leadstar international academy school.

a

09/09/2022

Address

Shashamanne, 01 Kebele, Infront Of Drive Urgesa Building, On The Main Road To Baale
Shashemene

Telephone

+251916386721

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kana'ol printing and stationery posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kana'ol printing and stationery:

Shortcuts

Share