Ahmedsadik Mohammed

Ahmedsadik Mohammed Waliigalan alaa galan

13/08/2023

Suuraa garaa nama raasu !!!
Khadiir Martuu goota keenya RABBIIN Ergamaa RABBII ati jaalattuunis guyyaa qiyaamaa walitti si haa fidu. Laga isaanii san RABBIIN si haa obaasu.
صلوات ربي وسلامه عليه

10/08/2023
Yoo barnoota idileerratti kufte, Koorsiilee adda addaa fudhattuun kaata. Yoo sanillee kufte jireenya kee keessatti sosso...
20/06/2023

Yoo barnoota idileerratti kufte, Koorsiilee adda addaa fudhattuun kaata. Yoo sanillee kufte jireenya kee keessatti sossoha gootuun milkoyta. Jireenyi hiree hedduu qaba, Rizqiin Rabbii bal’oodha. Hundaa ol kan si yaachisuu qabu waraqaa ragaa dhabuu osoo hin taane Diin dhabuudha. Milkaa’inni kee Diin kanaani.

Yeroo kamuu, haala kamuu, biyya kamuu, kessatti Ani nama namaa gadiiti jettee jettee ifirratti hin murteeyisin. Murteen ...
19/06/2023

Yeroo kamuu, haala kamuu, biyya kamuu, kessatti Ani nama namaa gadiiti jettee jettee ifirratti hin murteeyisin. Murteen namarratti murtaa.u hundi jalqaba abbumaatu ifirratti murteeyisa. Keessa keetitti hamileen kee cabnaan namni hamilee sitti godhu hin jiruu.

Bakka yaanni jiru miilli hin hanqatu.Inshaa allaah
15/05/2022

Bakka yaanni jiru miilli hin hanqatu.
Inshaa allaah

Jecha rabbii aalamaa dubbisi.
07/05/2022

Jecha rabbii aalamaa dubbisi.

Ramadaanni kun ramadaana milkii isiniif haa tahuu obboleeyyan muslimaa
11/04/2022

Ramadaanni kun ramadaana milkii isiniif haa tahuu obboleeyyan muslimaa

Taatee bara kana argame keessaa godaannisni hamaan kan ummata keenya manneen mana hidhaa saud Arabiyaa keessatti azzabam...
08/02/2022

Taatee bara kana argame keessaa godaannisni hamaan kan ummata keenya manneen mana hidhaa saud Arabiyaa keessatti azzabamaa jiraniiti. Haalli Amma keessa jiran sadarkaa dhidhiibbaan hin fayyifne bira waan ga,e fakkaata.
Ummanni keenya kun _ hin hidhamne
murtii itti hin murteessine
"badii Kanaaf hidhaman, Guyyaa kana bahan" wanni jedhamu hin jiru. biyyi lammii kiyya jedhee rakkoo isaanii hordofu waan argame hin fakkaatu.
Hawaasni bakka maraa hamma danda`u iyyee waan dhageetti argate seenee eegaa turre, garuu dubbiin kan dur daran hammaachaa jiraachuutu dhaga,amaa jira
1 waan nyaatan hin qaban
2 dhukkubsataan hin wal`aanamu
3 du`aan guyyaa 2 fi 3 bulee eega Ajaa`ee refki fuudhama
4 yeroo amma addunyaan guutuu qorra hanaatu jira jarri waan uffatan hinn qaban akkuma argartan kanatti feestaalii marattee waggaa caalaa hidhaa keessa taa,u
5 nama umriin manguddoo fii haadha Daa`ima waan nyaachiftu dhabdee qoonqoon achitti fixaa jira
Qaamni dhimmi ilaallatu silaa jedhamu, kan ummata kanaa jara hin ilaakkatu fakkaata.
Hulaan tokkollee erraa banamuu diddee jirti
Yaa Allaah hulaake Ati erraa nuuf bani, furmaanni ummata kanaa suma qofarka jira.

Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti, Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) akka jedhutti Gaanfa Afrikaa keessatti gogiinsa walit...
08/02/2022

Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti, Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) akka jedhutti Gaanfa Afrikaa keessatti gogiinsa walitti fufiinsaan uumameen namootni miliyoona 13 ta’an beela hamaaf saaxilamaniiru.

Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti, Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) akka jedhutti Gaanfa Afrikaa keessatti gogiinsa walitti fufiinsaan uumameen namootni miliyoona 13 ta’an beela hamaaf saaxilamaniiru.

Address

Addis Ababa
Shashemene
430

Telephone

+251932235176

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmedsadik Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ahmedsadik Mohammed:

Shortcuts

Share