Áđêm Ńağêśø ďôďôľââ

Áđêm Ńağêśø ďôďôľââ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Áđêm Ńağêśø ďôďôľââ, Shopping & retail, Shashemene.

20/03/2026

Eid Mubarak all Muslims around the world all the best💯❤️

Ramadan 28 Fajr Salah imagesMaasha Allah ❤️💯
17/03/2026

Ramadan 28 Fajr Salah images
Maasha Allah ❤️💯

17/03/2026

Baatii Ramadaanaa ganama kaase..

Ramadaanni ni deema, garuu bu'aan isaa si waliin hafuu qaba. Akkuma baatiin tun qallattee booda guuttee ammas dhumuuf deemtu, addunyaan tunis akkasuma. Hojiin kee qofatu si waliin hafa. Yaa Rabbii xumura keenya nuuf tolchi!

Namuu guyyaa isaa eeggatee nideema. Garuu Akkaataa Ridiin Duniyaa kana dhiisee deemuuf murteessetu garaa nama nyaata. Ma...
06/07/2023

Namuu guyyaa isaa eeggatee nideema. Garuu Akkaataa Ridiin Duniyaa kana dhiisee deemuuf murteessetu garaa nama nyaata. Maatii fi firoottan, Hiriyoonni isaa (Fiqee, Abdi Teyib Wako fi kan biroo) akkasumas Qeerroo Munich martinuu Rabbi jajjabina isiniif haa kennu!!

Ijoollee keenya Hawaasa irraa fagaatan iyyaaffachuu wal hayaadachiifnu! Namni tokko Hawaasa irraa yammuu fagaatu maalif nurraa bade jennee walgaafachuu Aadaa haataasifannu!

Namni kamuu sababa tokko male Hawaasa irraa hinfagaatu. Yoo rakkoo isaatiif dafnee hinqaqqabin, yammuu sadarkaa (severe depression) irra gahu akka obboleessa keenya kanatti of galaafachuu faatuu jira.

Dhaamsa Hawaasa Keenya Biyya Jarmaniif
================================
Redwan Ahmed dhalataa Oromiyaa, magaalaa Roobeeti. Qeerroo magaalaa Munich keessa qubatan keessaa tokko yammuu ta‘u nama sochii Hawaasummaa irratti hirmaachaa turee dha. Jidduudhaan sochiilee Hawaasummaa keessatti akka duraanii mullachuu baatus san duratti sochii Hawaasummaa gurguddoo irraa hafee hinbeeku. Keessattuu yammuu Haceen wareegamu nama nuwaliin daandii Berlin irra ciisaa turee dha.

Amma kabajaan haa gaggeessinu. Gaggeessaa isaatiif Waamicha taasifamu owwaadhaa, Galatoomaa!!

Ridii keenya, Rabbi jannataan si haaqanansiisu!

Qabeenyi qabeenya caalu fayyaadha!Yaa rabbi fayyaa teenya nuuf tiksi!🙏❤
04/07/2023

Qabeenyi qabeenya caalu fayyaadha!
Yaa rabbi fayyaa teenya nuuf tiksi!🙏❤

04/07/2023
03/07/2023

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Áđêm Ńağêśø ďôďôľââ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Áđêm Ńağêśø ďôďôľââ:

Shortcuts

Share