Qosaa oromo

Qosaa oromo Kontaktinformationen, Karte und Wegbeschreibungen, Kontaktformulare, Öffnungszeiten, Dienstleistungen, Bewertungen, Fotos, Videos und Ankündigungen von Qosaa oromo, Shopping und Einzelhandel, Frankfurt am Main, Hessen, Frankfurt am Main.

22/10/2020

Abiyii hatuu shokaa

18/04/2020

Corona
Corona
Corona
Corona
Corona

18/04/2020

Corona hojii kee moo

Baga Guyyaa Gootota Oromoo Geessan!15/2020
16/04/2020

Baga Guyyaa Gootota Oromoo Geessan!
15/2020

16/04/2020
16/04/2020

Qilensaa baranatii

 | «Ibsa kenniteen»Iraan biyyoota idil Addunyaaf akeekkachiisa kennite."Eeyye! Adabbii nurra gaheef deebiisaa wal-fakkaa...
09/01/2020

| «Ibsa kenniteen»

Iraan biyyoota idil Addunyaaf akeekkachiisa kennite.

"Eeyye! Adabbii nurra gaheef deebiisaa wal-fakkaataa kenninee jirra, deebiisaa keenyas akka seera UN heera 51 jalatti tumamee jiruun deebisaa seera qabeessa deebisnee jirra. Biyyi tokko yoo biyya biraa haleele biyyi haleelame haleellaa madaalawaa kennuu nii danda'a seera jedhu irratti hundoofnee deebisaa kenninee jirra. Haa ta'u malee kana booda Ameerikaan biyya ishee irraa kaatee nu waraanuu nii dandeessi nutis deebisaa nii qabna, garuu dachii biyyoota ollaa kam irrallee teessee nu waraanuuf biyya biraa waliin yoo walii galte, biyya isheen walii galte sun diina guddaa Iraan taati, Eeyyeen biyya haala kanaan Ameerikaaf tumsitu daaraa nii goona.

Ameerikaa waliin waraana walitti nii banna, nutis dirree keenya irratti isheenis dirree ishee irratti hin ta'u taanaan biyyi biraa yoo gidduu gale biyyi sun nagaa haa dhaammattu sababni isaas Iraan haleellaa jabaa waan irratti geggeessituuf" jechuun ambaasaddarri Iraan ibsee jira.

Yaa Rabbi Ameerikaa salphatte ijaan nu agarsiisi.

Odeeffannoolee wa-fakkaatoo biroof like share gochuun nu faana turaa.

Qophiilee keenya karaa toora channel YouTube keenya subscribe gochuun nu hordofuu nii dandeessu
https://m.youtube.com/channel/UCeYT34MhwPKcwnrgngNXRBA

©Jechoota Gaggaarii

Odeeffannoo Dinqisiisoo Addunyaa Keenyaa, Gorsaa Fi Asoosama Seenaa Dhugaa Irratti Hunda'an Channel Kana Irraa Nii Argattu Subscribe Gochuun Nu Hordofaa

Hin tufatiin galataa galchii
08/01/2020

Hin tufatiin galataa galchii

Adresse

Frankfurt Am Main, Hessen
Frankfurt
60311

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Qosaa oromo erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Verknüpfungen

Teilen