Qeerroo Arsi sikoo maddoo

Wegbeschreibung Service kontaktieren

Qeerroo Arsi sikoo maddoo I am oromo Blogger

 ! Yoo gad baatee falmatte akkana!-Sagantaan Ifxaara kaleessa dhorkamee ture bor sa’a 10rraa eegalee bakkuma dura karoor...
10/05/2021

! Yoo gad baatee falmatte akkana!
-Sagantaan Ifxaara kaleessa dhorkamee ture bor sa’a 10rraa eegalee bakkuma dura karoorfame Dirree Irreechatitti baasii guutuu mootummaatin akka gaggeeffamu taasifamee jira.

-Injifannoo kana kan fide callisuu dhabuu obboloota Musliimaa kaleessaa sani. Kan gad ba’ee qabsaa’e akkanatti mirga isaa kabachiifata! Obboloonni keenya amantaa Musliimaa hordoftan baga irra aantan, boru xiiqii fi kutannoodhan መስቀል አደባባይ-Dirree Irreechatti wal argaa, yeroo jaalalaa fi nagaa gaarii dabarsaa!💚

10/05/2021

Dubbann hamatte 🤔🤔🤔🤔Ethiopian

 !  'atte! Imbaasiin Ameerikaa Finfinnee jiru Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii Itoophiyaa Bitsu Abuna Maatiyaas wa...
10/05/2021

!



'atte!

Imbaasiin Ameerikaa Finfinnee jiru Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii Itoophiyaa Bitsu Abuna Maatiyaas waamee wajjiin haasa'uu ibsee jira.

Ameerikaan yaaddoo Paatiraarkichi akk qooddattu, haala siyaasaa Itoophiyaa, addatti rakkoo guddaa Tigraay keessa jirtu waliin mari'achuuf akka mutteesite ibsa baste

Gama biraatiin garuu yaaddoo guddaa Abbaan amantii kun kaasan mootummaan itti dhiyaatee wajjiin mari'achuurra daballee itti bobbaasee olola rakasaa taasisuu filate. Kunis biyyattiin guutumatti diigamuu ishee kan mul'isuu dha jedhamaa jira.

10/05/2021

Malattii betta wayyee shamarraa Arsii 🤔🤔🤔🤔🤔🤔Nurraa gaddii buu Sarrewwann🤔🤔🤔🤔🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕

Waatu waatu jiraAmma kana liyu haayliin amaaraa bus 12 maddii Darba Biraanirraa caffaa seenee oldarbaa jira humni federa...
10/05/2021

Waatu waatu jira

Amma kana liyu haayliin amaaraa bus 12 maddii Darba Biraanirraa caffaa seenee oldarbaa jira humni federaalatis waliin hin jiru offeeggannoo cimsaa qeerroo walloo

10/05/2021

“Waan har’a Finfinneetti ta’e kanarraa wanti hubatame Itoophiyaan ammallee hawaasa Musliimaa akka lammii 2ffaatti ilaaluu isheeti. Kanaaf ammoo obboloota keenya Krsitaanaa komachuu dhiifnee, bulchiinsa… More mootummichaa komachuu fi balaaleffachuun dura haa dhaabbannu! Kanarratti hooggantoonni hawaasa Musliimaa addatti gaggeessummaa haamilee fi kutannoo guddaa qabutu isinirraa eegama!”
-Hayyuu Oromoo addunyaawaa
(PHD-Dr.)

10/05/2021

Reffii dhuggaa arraggattee

Shanee qallabdan jedhanii mana jiraattotaa gubuun Arsii Muunessaa gahee jira.Heeban Laaqichaa maaltu jira?Cooming soon🤔🤔...
10/05/2021

Shanee qallabdan jedhanii mana jiraattotaa gubuun Arsii Muunessaa gahee jira.
Heeban Laaqichaa maaltu jira?
Cooming soon🤔🤔🤔🤔🤔

Adresse

Kleinmünchen, Bayern
Schönau
84337

Website

Benachrichtigungen

Erfahren Sie als Erste/r von Neuigkeiten und Aktionen: Wir schicken Ihnen eine E-Mail, wenn Qeerroo Arsi sikoo maddoo etwas veröffentlicht. Ihre E-Mail-Adresse wird für keinen anderen Zweck verwendet, und Sie können sich jederzeit abmelden.

Service Kontaktieren

Nachricht an Qeerroo Arsi sikoo maddoo senden:

Verknüpfungen

Teilen