06/08/2026
Baga Tsoomii Filsataa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan!
Tsoomii Filsataa
๐ Tsoomii Filsataa jechuun maal jechuudha?
๐ Tsoomiin Filsataa maalif Tsoomama?
๐ Tsoomii Filsataa tsoomuun maalif barabaachise?
๐ Seenaan Tsoomii Filsataa maalidha?
๐ Tsoomiin Filsataa guyyoota meeqa Tsoomama?
Kanneen fi kanneen biroo waa'ee Tsoomii Filsataa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
follow goodha