Fayyaan Fayaa ilma namaati

Fayyaan Fayaa ilma namaati football

26/11/2021

Wa'ee dhukkuuba garaa kaasa"diarrrheoa"beektu laata!

dhukkubnii garaa kaasa sabaaba adda addaatiin kan dhuufudha. san kessaa kan akka virasii,darbe darbee soorata ykn nyaata faalamee irraa kan dhuufu danda'uudha.

Mallaatolee Dhukkuba Garaa Kaasa
-dhukkubii garaa
-lollochii
-bokooku garaa
-aqqisaa
-laydaa
-sagaraa dhiiga makaate
Maala Ittisa Dhukkuba Garaa Kaasa
-Yoo danda'amee bishaan pure fayyadamuu
-wanta nyaata ittii qopheefatan sirriiti qulquleessuu
-nyaata yeruuma hojjatamee nyachuu
-nyaata ho'iisanii fayyaadamuu

19/11/2021

Fayyaan wantoota barbaachisoo ilma nama keessaa jalqaba irraatti argama kanaaf fayyaa kenyaa ha egganuu!

13/11/2021

Wa'ee dhukkuba Iita'uu ynk 'Edema' beektu laata!

Iita'uu ykn dhukkubnii Edema kan jedhamuu Iita'uu qaama ykn wantaa akka bishaani dhangala'aa yoo kuusatudha yeroo bay'ee kan argamuu quuba miila,kibrii fi miila keenyati.Kana malees darbe darbee fuula,harkaa fi garaa keenyadha.

Sabaabii dhukkubnii kun ittii dhuufu
- yeroo dheeraaf dhabbachuu ykn ta'uu
- dhukkuba sombaa yeroo dheera
- dadhabinaa dhiigaa tamsaasuu ujjummoo dhiigaa fi
- hir'iina protiini

12/11/2021

Kana beektu laata! Ammalii(habit) kan jedhamuu diina ofii keenyaa isaa jalqabaati 50-70% fayyaa keenyaratii miidhaa gesiisuu danda'a.

Address

Adama
ABDUYE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayyaan Fayaa ilma namaati posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category