Mana Kitaaba Iluu

Mana Kitaaba Iluu Seenaa Waggaa kumaa beekuuf waggaa kuma jiraachuun dirqama miti!

08/05/2026

Oolmaa Mogor

28/04/2026

Ayi Dembele

15/04/2026

Old books

14/04/2026

12/04/2026

GUMII WAAQEFFANNAA ADDUNYAA(Qorannoowwan seeminaara GWA waggaa 10ffaa irratti dhiyaatan)Qabiyyeen barruu kanaas- SEENAAF...
11/04/2026

GUMII WAAQEFFANNAA ADDUNYAA
(Qorannoowwan seeminaara GWA waggaa 10ffaa irratti dhiyaatan)
Qabiyyeen barruu kanaas

- SEENAAFI AADAA OROMOO GABAABINAAN
By Dr Bantii Ujuluu Teessootiin

-THE EMERGENCE OF WAAQEFFANNAA AND ITS TESTIMONY TO THE OROMO DOCTRINE OF MONOTHEISM
By Getachew Chemeda Nadhabaasaa

-WAAQEFFANNAA FI IRREECHA
Hundasaa Waaqwayyaafi Asnaaqew T. Hirkootiin

- SIRNA ATEETEE
Angaatuu Baalchaatiin

-SIRNA ATEETEEFI SIINQEE
Amaan kedir Kaamsaree

-WAAQEFFANNAA, OGINAAFI OG-BARRUU
Zalaalam Abarraa Tasfaatiin

-GADAAN DHIMMA GUMAA HIIKA
Obbo Dirribii Damusee Bokkuutiin

-OROMUMMAAFI FAAYA AADAA
Caalaa Hayiluu Abaataatiin

- Akkasumas Seenaa hayyoota akka Dabbasaa Guyyoo Saffaroo, Hundasaa Waaqwayyaafi kanneen biroo of keessatti qabata.
BARRUU KANA NU BIRAA ARGATTU!

10/04/2026

Yaasoo Kabbabaa

Macaafa Qulqulluu akka lakkoofsa biyya kanaatti Bara 1899 gara Afaan Oromootti Onesmoos Nasiib(Abbaa Gammachiisiin) kan ...
09/04/2026

Macaafa Qulqulluu
akka lakkoofsa biyya kanaatti Bara 1899 gara Afaan Oromootti Onesmoos Nasiib(Abbaa Gammachiisiin) kan hiikame.

08/04/2026

Being  and Becoming Oromo
08/04/2026

Being and Becoming Oromo

07/04/2026

Isin maal jettu?

Address

Jamo
Addis Ababa

Telephone

+251901904976

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Kitaaba Iluu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category