02/09/2026
Irreechi irree keenya 💪
Ayyaanni Irreechaa Oromoo biratti ayyaana galateeffannaa isa guddaa fi kabaja addaan kabajamudha.
Maarree isinis ayyaana kabajamaa kana irratti dhuunfaanis ta’ee gareen miidhagdanii argamuu yoo feetan filannoon keessan inni jalqabaa Simbo Design haa ta’u! ✨
📍Oromia, Finfine
Gutter Building
📞+251926661812