GUJII

GUJII Tookkumaan wolqabanne tokko haa teenu

26/03/2026
26/03/2026

Dolovia ( dolobiya )

Bada dhiiroo Baya Engida filmii Baasaa qabu mataduree dolovia jedhuun nu dhufeera

Filmii aja'iba kana shakiso, dolobiyatti ka hojjate yoo te'u yeroo dhiyootti magaala finfinne irratti hin eebbifama. Share godhuun muca keenna jajjabesina

25/03/2026

Kun ammo isaa kamii

19/03/2026

Guyya hadha 10/07/18 magaala shakiso benzilli birr 500 galeera isiin bira meeqa??

Guyya hadha nama hayyu Dr. Mengistu K. Girja qabxii ol'aana galmeesuun ebbifameera.  Congratulations
14/03/2026

Guyya hadha nama hayyu Dr. Mengistu K. Girja qabxii ol'aana galmeesuun ebbifameera. Congratulations

06/03/2026

Magaala shakiso

06/03/2026

Uummanni magaala shakiso bonaafi gannalleen rakko kessa jirra jettii..yokaan awwaraan yokaan dhoqqeen

Address

Addis Ababa

Telephone

+251931614852

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GUJII posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share