Biftu Umra

Biftu Umra Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biftu Umra, Ticket sales, Bole celam city mall 4th floor 412, Addis Ababa.

Tajaajila Argachuuf
Tikeetta Xiyyaaraatiif :-093 024 6045/0946233232
የአየር መንገድ ትኬት
For Ticket :- 093 024 6045/0946233232


Umraaf :-Whatsapp: 00905530033834 Kallattiin :- 0945949203
የዑምራ አገልግሎቶች
For Umrah :- Whatsapp : 00905530033834 Direct :-0945949203

14/08/2026
Sulxaan Al-Keeyri📢 Hawaasa keenya kabajamoo🥰Alhamdulillaah! Galmeen Umraa Ka'umsi Isaa July 29, 2026 guutummaatti Xumura...
26/07/2026

Sulxaan Al-Keeyri📢 Hawaasa keenya kabajamoo🥰
Alhamdulillaah! Galmeen Umraa Ka'umsi Isaa July 29, 2026 guutummaatti Xumuramee jira. Amanamummaan waan
Nu filattaniif qalbii guutuun isin Galateeffanna.
Rabbiin kheeyrii dachaan isiniif haa deebisu.
🌟 Oduu Gaarii! Galmeen Umraa itti Aanu Amma ifatti jalqabee jira.
🕋 Ka'umsa: 18 August 2026 📅 Turtii: 18–28 August 2026 (Guyyaa 10) 📍 Madiinaa: Halkan 3 📍 Makkaa: Halkan 7
✨ Umraa Raawwachuun hawwii keessan Yoo ta'e, carraa kana hin dabarsinaa?!
Lakkoofsi iddoo murtaa'aa waan Ta'eef, yeroo isaa keessatti galmaa'uun bakka keessan qabsiifadhaan dhaamasa keenna?
🤝 BIFTU Umraa & Hajjii Tajaajila Amanamaa, qulqullinaa fi kabajaan guutame
Waliin imala keessan Akka milkaa'uf cina keessan dhaabbata inshaallaah
📞 Odeeffannoo dabalataaf Nu qunnamaa.
🤲 Rabbiin imala Umraa hawwitan hundaaf karaa haa laaffisu.
Nuufis isiniifis Umraa maqbuulaa haa Godhu Rahmaan Aamiin.
🌹
Sulxaan Al-Keeyri

24/07/2026
Aww akkam nagayaa?Galmee keenna kan July 29 xumurree jirra. Nufilachuu keessaniif galatoomaa. Sagantaan keenna kan itti ...
24/07/2026

Aww akkam nagayaa?Galmee keenna kan July 29 xumurree jirra. Nufilachuu keessaniif galatoomaa. Sagantaan keenna kan itti Aanu Ji'a August 18-28 (2026) .
Waan kana ta'eef namoonni umraa barbaaddan akka galmooftan isiniin Jenna.

Galatoomaa

17/07/2026

Watch, follow, and discover more trending content.

Address

Bole Celam City Mall 4th Floor 412
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 08:30 - 18:00
Tuesday 08:30 - 18:00
Wednesday 08:30 - 18:00
Thursday 08:30 - 18:00
Friday 08:30 - 18:00
Saturday 08:30 - 18:00
Sunday 08:30 - 13:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biftu Umra posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Biftu Umra:

Shortcuts

Share

Category