Burqaa official

Burqaa official Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Burqaa official, Shopping & retail, Alemaya.

26/03/2026

#القرآن #كريم

06/04/2025
06/04/2025
Walitti qabama addunyaa guddaa irratti daa'iin addunyaa guddaan akka argamuuf gahee Islaamummaatti nama yaamuu ishii kan...
19/11/2022

Walitti qabama addunyaa guddaa irratti daa'iin addunyaa guddaan akka argamuuf gahee Islaamummaatti nama yaamuu ishii kan bahachaa jirtu qaxar Addunyaa yaachisaa jirti.

Taphni baranaa kan Kubbaa Miilaa qofa Osoo hin ta'in kan Yaamicha Gara Islaamummaatis akka ta'e hubanne.

Ilaalchota warri lixaa Islaamummaaf qabu sirreessuurratti kan xiyyeeffatte biyyi Qaxar sagantaa Kubbaa Miilaa cinatti iddoowwan hedduutti Jechoota Rasuula Keenyaa (Sallallaahu aleyhi Wasallam) afaan Arabaa fi Ingiliffaan Maxxansitee jirti.

Ummanni jibba Islaamummaatiin osoo Islaamummaa hin beekin guutaman dhugaa Islaamummaa arguuf jiraatu. Sirna geeba Addunyaa gaarii!
Sirna Da'awaa idil addunyaa Gaarii!👍

15/11/2022

Seenaa ajaaibaa

15/11/2022

"Yaa warra amantan! Yeroo guyyaa Jimaataa salaataaf lallabame gara zikrii Rabbii deemaa; daldalas dhiisaa yoo kan beektan taataniif kanatu isiniif caala" Suuraa AlJum'a 9

Address

Alemaya

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burqaa official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share