Abdulhakim Aliyi Jibro

Abdulhakim Aliyi Jibro ASSALAAMU ALEEYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUHUU YAA AALII ISLAAMAA........

23/12/2025

Rabbiin sammuu teessan beekumsaan, qalbii iimaanaan, qaama keessan fayyaan, kiisha keessan rizqii halaalin isiniif haa guutu.

23/12/2025
23/12/2025

Assalaam Aaleykum Warahmatullaahi wabarakaatu.

Nashiidaa mata direen isii "Hijaabaa fi Salaata" jettu Viidiyoon hangi tokko Boru Sa'aa 11:00 ol baati inshaa Allah.

Hangasuu chaanaala kana "subescreibe" godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/


https://www.youtube.com/

23/12/2025

Haati ijoollee ishee sadii waliin boolla tokkotti awwaalamte.

Ajjeechaa kana eenyutu raawwate? ''Ol adeemaa waggaa 16 qormaata kutaa saddetiif qophaa'ee ture, guyyaan lama yeroo hafu bakkuma inni rafaa jirutti rasaasaan ajjeesan.

Haati maaloo ijoolleekoo hin fixiinaa jettee jilbeenfattee osoo kadhattuu ishees itti dabalanii ajjeesan. Intala ishee fi daa'ima waggaa afuriis achumatti ajjeesanii deeman.

Erga mootummaatti harka kennatanii nuu gaafatamuu qabu jedhu maatiin......

👉👉 https://bbc.in/4aNvrsD

Address

Abdulhakimaliyi1@gmail. Com
Bedenno

Telephone

+251941848815

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulhakim Aliyi Jibro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share