Hamza page

Hamza page Hamza Arsii

21/10/2022

Masha Allah Dr zakir naik

21/10/2022

Baga dhalattan! Baga dhaloota keessan taane! Ashaaraa keesaaniin dukkana hedduu baane!!
Isin hunduu warra aakiraati.
Cufa keessaniif RABBI jannata haa kennu !

03/09/2022

πŸ’•Qabii irratii
Maqaan keessan qubee kamiin jalqaba
Kamiinu ha jalqabu Ani hunda keessaniif haala Armaan gadii kanaan du'aaii isiniif godheera πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

A ~ Aakiraaf Duniyaa Milkaa'i πŸ₯°πŸ’š

B ~ Barakaa Alaaf manaa Rabbiin Siif Akennu πŸ₯°πŸ’š

C ~ Carraanke Siif Agaaromu πŸ₯°πŸ’š

D ~ Dalagaan Ati Harraaf bor ittiin milkooftu hiree siif hata'u πŸ₯°πŸ’š

E ~ Eelaafi beela Rabbi najaa siaa baasu πŸ₯°πŸ’š

F ~ Fataa jedhanii jiraachu Carroomi πŸ₯°πŸ’š

G ~ Gaa'ilaafi galgalakee Rabbi siif atolchu πŸ₯°πŸ’š

H ~ Haala bareedaa Rabbiin Siif Akennu πŸ₯°πŸ’š

I ~ iimaanaafi ilmii Rabbiin siif hakennu πŸ₯°πŸ’š

J ~ Jaalala Rabbiifi Jaalala kalqii Raabbiin siif ha kennu πŸ₯°πŸ’š

K ~ Kayriin Harraaf borii Sin darbin πŸ₯°πŸ’š

L ~ Lafaafi Lafeen Ijaarami πŸ₯°πŸ’š

M ~ Mana Barakaa Rabbiin sitti Haa ijaaru πŸ₯°πŸ’š

N ~ Nama Naamusa gaarii qabu Rabbiin siaa godhu πŸ₯°πŸ’š

O ~ Ofiikee qofa osoo intaane Ollaa bitaaf mirgaa nama gargaaru Rabbiin Sihaa Taasisu πŸ₯°πŸ’š

P ~ Paartiin kee Sunnaa Rasuula Rabbi S.A.W. Siif hata'u πŸ₯°πŸ’š

Q ~ Qalbiinke iimaanaan siif Haguutamu πŸ₯°πŸ’š

R ~ Rasuula Rabbii S.A.W. Jaalltte shafa'asaa Argachuu rabbiin siaa woffaqu πŸ₯°πŸ’š

S ~ Sabaafi Haqaaf jiraachuu Rabbiin siif Alaaffisu πŸ₯°πŸ’š

T ~ Tattaaffii Taasiftu Hundaan milkaa'uu Rabbiin sihaa woffaqu πŸ₯°πŸ’š

U ~ Umurii barakaafi Rizqii ballaa Rabbiin siif Akennu πŸ₯°πŸ’š

V ~ Vibration taatee Urgufamaa jiraachuu Rabbiin Najaa Siaa baasu πŸ₯°πŸ’š

W ~ Waan qabduufii waan fuutu Ofbiraa In dhabin πŸ₯°πŸ’š

X ~ Xaaxaa biyya Lafaa Rabbiin Siif Alaaffisu πŸ₯°πŸ’š
Y~ Yaroo dabarsiteefi Kan sichi
Dabarsitutti Milkaa'uun hireeke Siif hata'u
Z~ Zikirii Rabbiitiin Afaanke Akka
dammaa haami'aawu.
Aamiin Eega jettaniini booda Anaafis du'aaii godhaatii obboloota keessaniif godhaa
Yeroo tokko tokko rabbii yaadachu fi walii keenyaf du'ayyii waliif godhu qabna Yaa Wan ofii koo !!πŸ’•
Page koos like follow share godhaa β™₯️

31/08/2022
27/04/2022

As wr wb Akkam jirtuu oromoo koo Qeerroo fi qaarreen hundii keesaan jiraa jechuumafi

As wr wb Akkam jirtuu yaa ummataa Nabbi Muhammad saw
07/04/2022

As wr wb Akkam jirtuu yaa ummataa Nabbi Muhammad saw

As wr wb Akkam jirtuu yaa ummataa Nabbi Muhammad  saw busaa
20/03/2022

As wr wb Akkam jirtuu yaa ummataa Nabbi Muhammad saw busaa

14/03/2022

Address

Asallaa
Dire Dawa
123456

Telephone

+251946967354

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamza page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share