Saaladdiin Mohammad

Saaladdiin Mohammad Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Saaladdiin Mohammad, Shopping & retail, Dire Dawa.

29/10/2023

Jireenya kee keeysatti qormaata hedduu siqunnama garuu ati qormaatakeetirraa barachuun dirqama

29/10/2023
29/10/2023

Allaahumman sur ikwaananaa fi falisxin

Ajjeechaan barattuu/barataa oromootii fi lammiilee ngyaarratti raawwatu hatattamaan nurraa dhaabbachuu qaba hanga yoom j...
11/11/2022

Ajjeechaan barattuu/barataa oromootii fi lammiilee ngyaarratti raawwatu hatattamaan nurraa dhaabbachuu qaba hanga yoom jiraanna jireenya boohichaa Aaaah wayyaa lammiikoo

08/11/2022

" Gaafa inni dhibeef hospitaala seene gaafachuuf dhaqee ture. Yeroo ani ol seene akkas jedhe ;" Yaa Sheikh! Akka RABBIIN guyyaa qiyaamaa waliin nu kaasu suuraa - Yaadannoo- takka isin wajjiin ka'uun fedha " jedheeti siree irraa gadi bu'e,ummatnis " Taa'i achumatti kaataa jennaan, didee siree irraa gangalatee gadi bu'ee na wajjiin ka'e "...

Perezidaantii Majlisa Federaalaa Itiyoophiyaa
Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa

Dr Alii Birraa Nama Diin jaalatu,ulamoota kabajuufi qalbii nagayaa qabu ture.

RABBIIN badii isaa dhiiseefii Jannataan isa haa faayu.

✍ U. Ibsaa

08/11/2022

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Saaladdiin Mohammad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share