Waldaa Afuurawaa Barattoota Oromoo ortodoksii Tawaahidoo Damee DDU

Waldaa Afuurawaa Barattoota Oromoo ortodoksii Tawaahidoo Damee DDU Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Afuurawaa Barattoota Oromoo ortodoksii Tawaahidoo Damee DDU, Shopping & retail, Dire Dawa.

22/05/2022
Baga nagaan dhuftanii barattoota haaraa waldaa afuurawaa barattoota oromoo ortoodoksii Tawaahidoo damee Dire Dawa Yuuniv...
21/05/2022

Baga nagaan dhuftanii barattoota haaraa waldaa afuurawaa barattoota oromoo ortoodoksii Tawaahidoo damee Dire Dawa Yuuniversitii

16/05/2022

π•žπ•’π•’π•’π•’ 𝕒𝕓𝕓𝕒𝕒 π•œπ•’π•Ÿ π•šπ•π•žπ•’π•’ π•œπ•’π•Ÿ 𝕒𝕗𝕦𝕦𝕣𝕒 𝕒𝕦𝕝𝕒𝕦𝕝𝕝𝕦𝕦 𝕨𝕒𝕒𝕒𝕒 π•₯π• π•œπ•œπ• π• π•Ÿ π•’π•žπ•–π•–π•Ÿ.
𝙀𝙙π™ͺπ™ͺ π™œπ™–π™’π™’π™–π™˜π™π™žπ™žπ™¨π™–π™–
Waldaan Afuurawaa Barattoota Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo(WABOOT) Damee Dire Dawa Yuuniversiitii barattootaa haaraa gara mooraa DDU dhufaniif sagantaa baga nagaan dhuftanii gaafa guyyaa 13/09/2014 waaree booda bataskaana Qulqulleettii Sillaaseetti qopheessee jira.kanaaf qophiilee barsiisoo fi bashannansiisoo ta'an qopheessee isin eegaa waan jiruuf,akka irratti argamtan maqaa waaqayyoon isin beeksifna.
WABOOT Damee DDU Irraa!

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Afuurawaa Barattoota Oromoo ortodoksii Tawaahidoo Damee DDU posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share