Focus Dirree Dhawa University

Focus Dirree Dhawa University the aim focus DDU is to preach gospel for all specialy for eastern hararge

GoFocus
12/11/2023

GoFocus

GoFocus team
12/11/2023

GoFocus team

 Guyyaan Galmeefi Seensaa bara Barnootaa 2015 barattoota Digirii jalqabaa Waggaa 1ffaafi sanaa olii Sadaasa 1fi2/2015 ta...
27/10/2022



Guyyaan Galmeefi Seensaa bara Barnootaa 2015 barattoota Digirii jalqabaa Waggaa 1ffaafi sanaa olii Sadaasa 1fi2/2015 ta'uun ibsameera.

D1.7/1/2015Waaqayyoo sijaallata.Waaqayyoo tokkichaa ilmaa isaa hamma kennufitti biyya lafaa jaallatee Yoh 3:16👌Waaqayyoo...
17/09/2022

D1.7/1/2015
Waaqayyoo sijaallata.
Waaqayyoo tokkichaa ilmaa isaa hamma kennufitti biyya lafaa jaallatee Yoh 3:16

👌Waaqayyoo tokkicha ilmaa isa hamma kennufitti biyya lafaa jaallatee!
Kunis isatti kan Amanuu jireenya bara baraa ha qabaatuufi Yoh 3:16
👉Namnii Kam iyyuu akka baduu fedha Waaqayyoo miti.
Waaqayyoo jaalala bara baraan sijaallate jireenya bara baraas siif laate.
👌Waaqayyoo yaadaafi karoora dinqisiisaa ,jireenya irraa hafaas siif qaba ati kana itti Yaaddee beektaa?
Yaada baraa baraafi karoora dinqisiisaa Waaqayyoo siif qabu,akkasumas jireenyaa isa caaluu hubatte jiraachuuf immo Kan dandeessuu gooftaa Yesuus Kiristoositti yoo amantee qofaadha.
"Waaqayyoo akka nuyii isaan jireenya argannuuf,Tokkicha ilma isa gara biyya lafaati ergee Kanaan jaalalli Waaqayyoo nugidduuti in mullatee" 1Yoh 4:9
saves

31/07/2022

FOCUS DIRE DAWA UNIVERSITY Date 24/11/2014.
Nagaan waaqayyoo kan abbaa, kan ilmaa, kan Hafuura qulqulluu sadan waaqayyo tokkicha biraa isiniif haa ta'u akkam jirtu nagaa keessanii?
Waaqayyo baruma baraan haa eebbifamu jechaa,Hojii guyyaa harraa karaa garee Evangelism Wangeela lallabuun hojjetameen:
Kan itti lallabame lubbuu 86
Kan amanee fudhate lubbuu 4
Kan jajjabeeffame lubbuu 4
Kan abdii kenne lubbuu 15
🖐️🖐️🖐️Walumaa gala Lubbuun 86 sagalee misiraachoo kana dhaga'niiru.
Abbaan sagalee misiraachoo kanaa ha eebbifamu!
Hojii Ergamootaa 1:8

FOCUS MINISTRYBaga Gammaddan, FOCUS MINISTRY'n FOCUS keessa darbuun har'a Sadarkaa gara garaa irra namoota Jiraniif SAGA...
17/07/2022

FOCUS MINISTRY
Baga Gammaddan, FOCUS MINISTRY'n FOCUS keessa darbuun har'a Sadarkaa gara garaa irra namoota Jiraniif SAGANTAA EEBBIFAMTOOTA FOCUS jedhu Finfinneetti Qopheesseera.
Finfinnee fi Naannoo ishee kan jirtan Wal affeeruun gaafa guyyaa
24/07/2022
17/11/2014
WKWWMYI tti Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee
Sa'a 8:00(Local time) irratti argamaa.
FOCUS for Success

Baratonni Keenya bara kana mooraa Dirre Dhawaa university irraa eebbifamtan hundi baga guyya firri dadhabbii keessani ij...
02/07/2022

Baratonni Keenya bara kana mooraa Dirre Dhawaa university irraa eebbifamtan hundi baga guyya firri dadhabbii keessani iji keessaniif ,maatii keessani argee itti gammadu geessan.
Congratulation 🎉🎉🎉🎉

“Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaarii dha, attam namatti tolas!”  — Far. 133:1Kabaja guyyaa maatii(Fam...
25/06/2022

“Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaarii dha, attam namatti tolas!”
— Far. 133:1
Kabaja guyyaa maatii(Family day) Focus DDU 2014

Qophii Adda Bye Bye Gc 2014.By By Felon keessan baaye isin jaalatti.PUT GOD FIRST!
17/06/2022

Qophii Adda Bye Bye Gc 2014.
By By
Felon keessan baaye isin jaalatti.
PUT GOD FIRST!

Dire Dawa focus ministry 2013/2014 Main leader.
17/06/2022

Dire Dawa focus ministry 2013/2014 Main leader.

12/06/2022

Date 05/10/2014
ODUU MISIRAACHOO FROM FOCUS DDU!!!
Mat 28:18
18 Yesus immoo gara isaaniitti dhi'aatee, “Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera. 19 Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan Hafuura Qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa! 20 Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira” isaaniin jedhe.
Guyyaa har'a Waaqayyo nu gargaare hojii dhugaa ba'umsaa Garee dhuga'a ba'umsaan Dirre Dhawwaa keessatti ba'amee waangeelli mootummaa Waaqayyo lallabamaa ture Hojiin guyyaa Har'a Hojjetaman hojii namoota Waaqayyo akkasumas Waaqayyoon gammachiisudha kanuma duukka
1. Namoonni amanan 6
2. Abdii Kan Kennan 18
3. Namoonni boodde deebi'an 3
4. Walumaa gala lubbuun sagalee Waaqayyo kana dhaga'an lubbuu 94
Waa'ee hojii kanaaf Waaqayyo abbaan hojichaa ulfinaaf Galati guddaan isaaf haata'u Namoonni hojii kana hojjettanis guddaa Waaqayyo isin haa eebbiisu eebbaaf ta'aa Imalli keenya itti fufa ...

Galgala eebbifamaa ture, eebbifamtoota bara 2022 fi eebbifamtoota FOCUS DDU irraa eebbifaman wajjin. Eebbaaf ta'aa.
09/06/2022

Galgala eebbifamaa ture, eebbifamtoota bara 2022 fi eebbifamtoota FOCUS DDU irraa eebbifaman wajjin. Eebbaaf ta'aa.

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Focus Dirree Dhawa University posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Focus Dirree Dhawa University:

Shortcuts

Share