Bona Shemsu

Bona Shemsu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bona Shemsu, Shopping & retail, Gelemso https://maps. app. goo. gl/R2KHArfibPq1UnP 36, Gelemso.

26/12/2024
25/11/2024

Kabajamtoota Fi Jaalaatamtoota Ummata Balbaleti fi Naannoo Balbaleeti Akkasumas Kan Biyya Keessa Fi Alaa Hundaa kessaanif Mana Barumsaa Balbaleeti Iddoo Wallaallummaan Manca'ee Jaalalaa Fi Haayyuun Dagagu Miidhagduu Kan Turte Hardha Meeqa Keessanttu Quba Qaba?.Warrootan Balbaleti Fi Naannoo Balbaleti Bakkotaa addaa addaa Jiraataniif Dhaamsa Namummaa Tokkoo Isiniif Dhaamu Barbaanna..

1)Dhalatoota Biyya Alaa Bakka Adda Addaa Jiraattaniif
2) Qaamoota Mootummaa
Fi Mit-Mootummaa Gaggeessumaan Sadrka Ministeera Naannoo.Godin Magaloota Fi Aanoota Biroo Keessa Warra Jiraataniif.
3) Abbootti Qabeenya Kan As Jiruu Fi Biyyoota Gargaraa Keessatti Argamtaniif.
4) Aktiivistoota Fi Hojjattoota Midiyaaa Adda Adda Keessa Hojjataniif.
5) Manajarrummaan Bankii Adda Adda Keessa Gaggeessa Jirtaniif.
Akkasuma Warroonni Ani Maqaa As Keessatti Waamin Hundaaf.

Magalaa Keessatti Dhalattanii Ykn Keessatti Hojjattan Tanaaf Bu'aan Ani Argamsiisee Hammami Jette Beekta?Ka'umsin Ani Wallaallummaa Of Irra Itti Hanbise Magaala Balbaleti Keessatti Jette Yaadde Beekta? Eeyyee Jechuu Dandeessa Garuu Jijjiiramni Ati Isheef Hawwitu Hundi Xiyyeeffanna Ati Isheef Qabdu Fi Gargarsa Ati Arra Gootuun Miidhagfamuu Dandeessi.Guddina Isheef Waan Godhamuu Qabu Hunda Haa Goonuu Dogoggorra Kiyyaaf Na Ofkolchaa!!!
Mana Barumsaa Balbaleeti

22/11/2024
22/11/2024
22/11/2024
22/11/2024
22/11/2024

Address

Gelemso Https://maps. App. Goo. Gl/R2KHArfibPq1UnP 36
Gelemso
0000

Telephone

+251933251505

Website

https://instagram.com/bonabos05?igshid=ZDdkNTZiNTM%3D, https://ma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bona Shemsu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bona Shemsu:

Share