Turaa Amaan Elemaa

Turaa Amaan Elemaa Et

08/09/2023
22/08/2023
18/12/2022

Oromoon Odaa shan, Gadaa shan, Hortee shan, Bokkuu shan qaba.
====================
# Odaa shanan(5)
1. Odaa Nabee - G/Shawaa bahaa
2. Odaa Bisil - G/Shawaa lixaa
3. Odaa Bulluq - G/Horroo Guduruu
4. Odaa Roobaa - G/Baalee
5. Odaa Bultum - G/Harargee lixaa

# Gadaa oromoo shanan(5)

1. Birmajii
2. Duuloo
3. Michilee
4. Melba
5. Roobalee

# Damee oromoo shanan(5)

1. Maccaa fi Tuulama
2. Ituu fi Humbana
3. Raayya fi Asabo
4. Sabboo fi Goona
5. Sikkoo fi Mandoo

# Bokkuu Shanan

1. Bokkuu Kallachaa
2. Bokkuu Dikaa
3. Bokkuu Biifaa
4. Bokkuu Roobaa
5. Bokkuu Horaa

# HoraaBulaa

OMSNewsAfaanOromoo
Odeeffannoowwan waqtaawaa yeroo hundumaa argachuuf:
youtube.com/
Telegram: https://t.me/OMS_News_Afaan_Oromoo
Facebook: https://www.facebook.com/OMSNewsAfaanOromoo/
https://www.facebook.com/groups/668656067637606/?ref=share
Yeroo hundumaa nu waliin waan jirtaniif galanni keenya dachaadha!




OMSNewsAfaanOromoo

16/12/2022
13/12/2022
08/12/2022

Kun Biyya Biraa miti Oromiyaa lixaati!
Hanga ammatti miidiyaan biyya keessa jiru,hafuura tokko baafne!

Mootummaa maal eeyda?moo ka bira biyya bulchaa jira si cinaan!

Oromoon kutachuu qaba.

Address

Ginnir

Telephone

+966532483329

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Turaa Amaan Elemaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share