31/01/2023
Yeroon yeroo teeknooloojiiti yeroo kanattii neetorkii dhabanii taa'uun aadmaleedha badhaadhiinni dhageettiis dandeettis ni qaba Jennee amanna
Aanaa Nadhii Gibee hawaasnni magaalaa Akkoo yeroo baayyee tajaajila neetorkii gaafachaa waan tureef gaaffiin amma yoonaatti waan nuuf hin deebineef amma
Immoo taajaajilli neetwoorkii kun komii ummata magalichaa waan ta'eef qaamnni dhimmi kun ilaallatu nuuf haa birmatu Jenna. Aanaa Nadhii Gibee Magaala Akkoo