Imaanaa

Imaanaa Dhaloota akkasumaan yaahu hin tahinaa. Kitaaba dubbisi qabsiisa qabadhu. Waayee amantaake xiyyeeffadhu baradhu. Kanaaf sodaatta kanaaf raafamta deebii kennuuf.

Waan hin dubbisneef deebii gaaffii namootaaf hin qabdu. Waan baratte obboleessa kee hubachiisi.

"Gadaamessi si baatee fi harmoonni ati hoote kan eebbifamaniidha."(Luqaas.11:27)"አንተን የተሸከመ ማኀፀን እና አንተ የጠባኽቸው ጡቶች ብፁዓን ...
14/08/2026

"Gadaamessi si baatee fi harmoonni ati hoote kan eebbifamaniidha."(Luqaas.11:27)
"አንተን የተሸከመ ማኀፀን እና አንተ የጠባኽቸው ጡቶች ብፁዓን ናቸው"(ሉቃስ 11:27)
Eebbi haadha keenya qulqulleettii Dubroo Maariyamii nurra haa bulu.Ameen

DARGAGGOONNI ORTODOKSII AMANTAA ISANIITIIN CINAATTI AKKAMITTI BUSINESS’IN OF DANDA’UU QABU?Leenjii Dargaggoota Ortodoksi...
13/08/2026

DARGAGGOONNI ORTODOKSII AMANTAA ISANIITIIN CINAATTI AKKAMITTI BUSINESS’IN OF DANDA’UU QABU?

Leenjii Dargaggoota Ortodoksiif
“Amantii keenya eegaa, hojii keenya uumnee, of danda’uun dhalootaaf fakkeenya haa taanu.”

1. SEENSA — Introduction | መግቢያ
Dargaggeessi Ortodoksii nama amantii isaa qofa beeku osoo hin taane, nama amantii isaa hojii, naamusa, beekumsa fi jireenya guyyaa guyyaa keessatti mul’isu ta’uu qaba.
Har’a addunyaa keessatti dargaggoonni carraa hedduu qabu. Garuu carraan sun ofumaan gara milkaa’inaatti hin jijjiiramu. Knowledge, Skill, Discipline, Creativity fi Hard Work barbaada.

Kanaaf:-

Amantii + Beekumsa + Ogummaa + Hojii Jabaa + Naamusa = Milkaa’ina

እምነት + እውቀት + ክህሎት + ትጋት + ሥነ-ምግባር = ስኬት

2. BUSINESS MAAL JECHUUDHA?
Business jechuun namni tokko meeshaa ykn tajaajila barbaachisaa ta’e uumee, namootaaf dhiyeessuun galii argachuu fi jireenya isaa ittiin gaggeessuu dha. Daldala/Hojii-Bu’aa Qabeessa(ንግድ/ሥራ ፈጠራ) jechuun ni danda’ama.
Garuu Business jechuun qofa:
• Mana daldalaa banuu,
• Meeshaa gurguruu,
• ykn maallaqa hedduu qabaachuu miti.
Business jechuun rakkoo namaa adda baasanii furmaata kennuu dha.
Fakkeenya:
Namoonni naannoo kee keessatti uffata gaarii argachuu dhabu → ati clothing business jalqabda.
Namoonni tajaajila suuraa fi viidiyoo barbaadu → ati Photography & Videography Service jalqabda.
Namoonni interneetii fi social media irratti beeksisa barbaadu → ati Digital Marketing Service kennita. Kanaaf BUSINESS jechuun akkasidha Obboleessa koo.

3. DARGAGGEESSI ORTODOKSII MAALIIF BUSINESS BARACHUU QABA?

Dargaggeessi tokko yoo of danda’u:
1. Maatii isaa gargaaruu danda’a
Family Support
2. Hojii uumuu danda’a
Job Creation
3. Dargaggoota biroof carraa hojii uuma
Employment Opportunity
4. Hawaasa isaa tajaajila
Community Service
5. Waldaa fi Qulqulleettii Mana Kiristaanaa deeggaruu danda’a
Church Support
6. Ofitti amanamummaa qabaata
Self-Confidence
7. Hirkattummaa hir’isa
Financial Independence
ittifufa...

12/08/2026
"Maaloo gara boqonnaa keetitti ka'i;atii fi Taabonni mana qulqullummaa keetii"(Faar.131/132:8)"አቤቱ ወደ ዕረፍትኽ ተነስ:አንተ እና የ...
12/08/2026

"Maaloo gara boqonnaa keetitti ka'i;atii fi Taabonni mana qulqullummaa keetii"(Faar.131/132:8)
"አቤቱ ወደ ዕረፍትኽ ተነስ:አንተ እና የመቅደስኽ ታቦት"(መዝሙር 131/132:8)

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Nardi Love, Abbayyaa Raagaa, Maradona Maradona, Dereje Sh...
12/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Nardi Love, Abbayyaa Raagaa, Maradona Maradona, Dereje Shime, Sar Kalifa, Tashome Dibaba, Wandimu Bulcha, Abiree Abiree, Ayinalem Amare Teferi, Genet Abera, Cherinet Ye Arseemaa Lij, Gadaan Bulla, Markos Legese Firisa, Røßít Ãyü, Luba Negash Malkamu Gurmuu, Urjii Fkr, Yadesa Tiksa Fufa, Dave Oda, Dhebbuu Man, Siinan Bula Siinan, Abeb Ayal, Sanyii Dhaabaa, Aaminoo Shifaa, Lammii Moosisaa, Lemi Kansa, Danii Daroo Tesfaye, Eshetu Getahun, Zale Man, Jaleta Tadele, Amoo Orthoo, Leenjiisa S Dasalee, Gedo Akililu, Daanyee Sisay, Teka Man Pro, Riduhaan Buluchaa, Aster Samu'el, Kena Ket, Singitan Oro West, Dn Yahikob Tariku, Dinaa'ol Denuu, Sanyii Tadesaa, Lijo A Apple, Abitti Asafa Tsagaa, Worku Tamire, Bayisa Adugna, Michuu Silashii Abata, Endale Adune, Sura Da, Dawa Oda, Sara dasu

11/08/2026

Amantaa dawoo taasifachuun hawaasa magaalaa Mattuu keessatti wal qoodinsa faffacaasaa kan jiran ni balaaleffanna.

 🙏
11/08/2026

🙏

Address

Ddr
Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Imaanaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Imaanaa:

Shortcuts

Share

Category