Magaalaa Najjoo

Magaalaa Najjoo Seenaa Bulchiinsa Magaalaa Najjoo (History of Nejo City Administration)
Magaalaa Najjoo waliin haa beeksifnu! By Abdi Daniel Desissa

Yeroosheetti si fudhattusDuuti morma si huutee Tokkummaa lallabaaDhugaa dubbachaa duute
08/09/2026

Yeroosheetti si fudhattus
Duuti morma si huutee
Tokkummaa lallabaa
Dhugaa dubbachaa duute

Gareen Kubbaa Miilaa Bulchiinsa magaalaa Najjoo yeroo jalqabaaf Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2019tti guddate .Najjoom 3-2 ...
17/08/2026

Gareen Kubbaa Miilaa Bulchiinsa magaalaa Najjoo yeroo jalqabaaf Liigii 1ffaa Oromiyaa bara 2019tti guddate .
Najjoom 3-2 Boorachaa mo'achuun marsaa 16 keesaaaf yoo darbu, Badhaasaa Asaffaa Daqiiqaa 18ffaa fi 64tti, Sanyii Tamasgeen daqiiqaa 87ffaatti Najjoof galchii yoo lakkoofsisan, Amoots Minaasee fi Barakat Daanyee galchii injifatamuu jalaa hin baraarree Boorachaaf lakkoofsisaniiru .
๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐š ๐“๐ž๐š๐ฆ๐ฌ ๐‚๐ก๐š๐ฆ๐ฉ๐ข๐จ๐ง๐ฌ๐ก๐ข๐ฉ ๐Ÿ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿ”
โฐ FT' Najo City 3-2 Borecha
18'Bedasa Aseffa. 35' Amots Minase
64'Bedasa Aseffa 88' Bereket Dagne
87' Segni Temesgen
Baga gammaddan Baga Gammanne

Shaampiyoonaa Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa kan bara 2018 Magaalaa Baatuutti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Magaalaa Kee...
16/08/2026

Shaampiyoonaa Gareewwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa kan bara 2018 Magaalaa Baatuutti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Magaalaa Keenyaa tapha mo'atanii darbuu jalqabaatiin Kilaba Godina Buunnoo Beddellee kan ta'e Boorechaa waliin kan falmatu ta'a!
Carraa Gaarii Bulchiinsa Magaalaa Keenyaaf!


Good luck for Our Team

Nejo FC Vs Angar Gute        ๐Ÿ•–7:00LTTKilabiin Bulchiinsa Magaalaa Najjoo sa'aatii 7:00 irraa eegalee Angar Guutee waliin...
14/08/2026

Nejo FC Vs Angar Gute
๐Ÿ•–7:00LTT

Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Najjoo sa'aatii 7:00 irraa eegalee Angar Guutee waliin taphata!
Najjoon tapha lama taasise lamaanuu injifachuun galchii qulqulluu sadiifi qabxii jaha walitti qabatee rammaddii E irraa dursaa Jira.
Carraan Gaarii Kilaba Magaalaa keenyaaf!

๐Ÿ“Baatuu, Oromiyaa

for Angar Guutee who are killed by Fano On their home ๐Ÿก

Kilabni bulchiinsa Magaalaa Najjoo Shampiyoona guutuu Oromiyaa irratti hirmaachaa jiru tapha 2 injifachuun tokkoon qixa ...
12/08/2026

Kilabni bulchiinsa Magaalaa Najjoo Shampiyoona guutuu Oromiyaa irratti hirmaachaa jiru tapha 2 injifachuun tokkoon qixa bahuun gara marsaa itti aanuutti darbee Jira.
Baga gammaddan Baga gammanne

Segni Temesgen keep it Up you're real Striker

Uffata bara dhufu liigii tokoffaa Ittiin taphannu

02/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Alhmdulillah Alh, Ma'iz Z Tadesa, Dastaa Dassaalee, Luchesa Ensermu, Galmesituu Damisee, Gamachis Tasfaye, Lalisa Habtamu, Lensa Benti, Sanbato Malka Etfa, SEse Chelsea, ล ibiraลฅ ลครฉฤท

Nan Abdadha ni ta'as-Waaqayyo Bara dukkanaa sana dabarsee Ibsaa  hin dhaamne Lixa Oromiyaaf ni ibsa.-Jawween Siyaasa Daw...
26/04/2026

Nan Abdadha ni ta'as

-Waaqayyo Bara dukkanaa sana dabarsee Ibsaa hin dhaamne Lixa Oromiyaaf ni ibsa.

-Jawween Siyaasa Dawoo godhatee dhiiga kichuu dhuguu bare ni duโ€™a.

- Dhalootni faayidaaf jecha duโ€™atti wal laachuu ni dhiisa/ni gaabbas

- Namootni Sababa rakkoo nageenyaan qeโ€™ee isaanii gadhiisan deebiโ€™anii ni galu.

-Wallaggaan biyya Oromoon biroo dhufee itti boqotu irra dabartee Biyya Faranjiidhaan barbaadamtu ni taati.

-Sirni Baruuf barsiisuu Rakkoo nageenyi dhibuun Baadiyaalee Lixa Oromiyaa keessatti laafe, akka duriitti ni deebiโ€™a.

- Qotee bulaan nagaan qotatee ni aramata.

-Harmeen siqiqii malee gabaa nagadattee ni galti.

- Firri yoo boqote baadiyaa dhaqee hunduu firasaa awwaalatee nagaan bakka dhufetti ni deebiโ€™a.

*Walumaagalatti Wallaggaan biyya DV itti guutan ni taati.

Via Araarsaa Jabeessaa

Address

Nejo
Nejo
1111

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Magaalaa Najjoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Magaalaa Najjoo:

Shortcuts

Share

Category