12/08/2026
▶Ajjeechaan Oromoorraa haa dhaabbatu!
-▶Daangaan Oromiyaa haa kabajamu!
-▶Nageenyi Uummata keenyaa haa eegamu!
▶Finxaaleyyii Oromiyaa keessa jirturratti tarkaanfiin haa fudhatamu!
▶Hoggantoonnii fi Qaamoleen gocha daguuggaa sanyii Aanolee Godina W/Bahaa fi Horroo Guduruu keessatti geggeeffamaa jiru keessaa harka qaban seeratti haa dhiyaatan!
▶Mootummaan Nageenya uummata keenyaa haa kabachiisu!
▶Sagaleen keenya haa dhaga'amu!
▶Uummanni keenya furmaata hatattamaa Haa argatu!
Nama hunda bira ga'uu qaba!