Jøsë Tėšfä

Jøsë Tėšfä Sif simatu simaa💪

A'aa🙆‍♀️🙆‍♀️
26/03/2024

A'aa🙆‍♀️🙆‍♀️

27/01/2024
24/01/2024
24/01/2024

Gabatee Sadarkaa Kilaboota Kubbaa Miillaa Liigii Olaanoo Oromiyaa Ramaddii A Torbee 10ffaa .

Bulchiinsi Magaalaa Gimbii fi Giinciin walduraa duubaan Imala isaanii akkuma itti fufanitti jiru .

Leeqaan Torbee 10ffaa Liigichaan Injifannoo Galmeessuun Sadarkaa 3ffaa yoo qabatu , K/M Sabbataa Gullisoon injifatamee Sadarkaa 3ffaa gadhiisuun Qabxii 1'n Caalamee Sadarkaa 4ffaarratti argama .

Dambi Doolloon fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo Walduraa Duubaan 5ffaa fi 6ffaa irratti kan argaman yoo ta'u , Kamisa sa'aa 7:00tti Wal Morkii akka taasisaniif sagantaan ba'eeraaf .

Magaalli Gullisoo Ga'umsa ajaa'ibsiisaan Gareewwan Gabatee Liigichaa gubbatti argaman injifachuun Qabxii Sassabbachaa kan jiru yoo ta'u , Sadarkaa 7ffaarra taa'uun Roobii Boruu sa'aa 3:00tti Leeqaa Waliin Morkiin taasisan ni eegama .

Goree fi Hoospitaalli Odaa Hullee Hanga Torbee 10ffaa Liigichaatti Tarreewwan Gadi bu'uu( Sarara Diimaa ) Keessatti argamu .

Gabateen Sadarkaa Torbee 10ffaa Ramaddichaa; Sababa Bulchiinsi Magaalaa Geedoo Alseerummaa taphataan B/M Dambi Doolloo irratti himata baneen Osoo hin hojjetamiin yoo barfatu , Koreen Dorgommichaa Dhimmicha gadi fageenyaan erga qorateen booda , Ragaa Quubsaa B/M Geedoo Dhiyeeffachuu hin dandeenyeef Himaticha kufaa taasiseera .

Kalaas
24/01/2024

Kalaas

Address

Beghi
Nekemt

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jøsë Tėšfä posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share