Kesenumo vegetables and fruits- KV&F

Kesenumo vegetables and fruits- KV&F To supply vegetables and fruits with discount prices and quality at your residential area

24/11/2024

Ease your day by being consumer of banana

17/02/2022

Great vegetables and fruits for the people who want to have with affordable price and we will wishing to discount the current price inflation in Ethiopia

14/02/2022

Muukuu dhabamsiisuu fi anniisa barbaachisu guyyaan argachuuf muuzii fayyadamaa.

07/02/2021

Free all political prisoners

01/02/2021

Hoggantuun Mynamar yakka hedduudhaan maqaan ishee ka’uun ni beekama. Akkasumattuu ji’a lamaan walakkaa dura biyyi ishee filannoo gaggeessitee Moohattees turte. Har’a Humni waraana biyyattii aangoorraa isii hidhee jira. Aangawoonni ol’aanon biyyattii hedduun hidhamanii biyyattiin ajaja Hoggantoota Waraanaa jala galtee jirti.

Falmii mirga dhala namaatiif gumaachiteen amma dura badhaasa Noobeelii kan badhaafamtee turte tahus Musliimota Roohingyaa irratti ajjeechaa Mootummaan isii raawwateen Dhaabbanni Gamtoomanii kan balaaleffate yommuu tahu biyyi isiitis Mana Murtii Adduunyaa ( ICC)titti dhiyaattees turte. Badhaasni nageenyaa isiin fudhattes akka harkaa fuudhamu hedduutu gaafataa ture.

Kan Itiyoophiyaa kunis biyya Ormaa waliin tahuudhaan Ummata biyyattii irratti ajjeechaa bal’aa raawwataa jiraachuurra dabree filmaata dharaa qopheessee nugusummaa ofii raggaasifachuudhaaf foolataa jira. Abbaan badiin isaanii guddaan walirraa baratuu dadhabuu isaaniti. Hanga guyyaan salphinaa dhufutti of hin argan. Gaafas immoo waan hedduu balleessanii badu!

Kanuma
Keenyas Oluma

Address

NOC
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kesenumo vegetables and fruits- KV&F posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kesenumo vegetables and fruits- KV&F:

Shortcuts

Share