Chala mobile solution

Chala mobile solution Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Chala mobile solution, Shopping & retail, Oromia, Shashemene.

10/06/2026

as wr wb?

as wr wb baga rabbi jalbultii hiikka iida fixirii kan bara 1447  ittiin isin gaye jechaa akka carraa ta'ee rabbi akka is...
19/03/2026

as wr wb baga rabbi jalbultii hiikka iida fixirii kan bara 1447 ittiin isin gaye jechaa akka carraa ta'ee rabbi akka isaa maluun dirree jaalatamaa fi kabajama masjiida al haram makkaa keessatti argamuu keenyaan baayye gammanneerra jechaa rabbi isinirraa haaqeebalu akka nuun jettan abdii guddaa isinirraa qabna🫶🇪🇹🇪🇹🇪🇹

19/03/2026

as wr wb

haajiin hayyuummaa fi arjummaadhaan nuboonsan. namni hayyummaa fi arjummaa isaani amantan umrii dheertu jiraadhu jedhaan...
11/02/2026

haajiin hayyuummaa fi arjummaadhaan nuboonsan. namni hayyummaa fi arjummaa isaani amantan umrii dheertu jiraadhu jedhaan!!!

  Bushura Shashemanne Abbosto Sagantaan da’awaa fi Galii sassaabbii Masjiida Salaam (Abboostoo) guyyaa har'aa isteediyee...
09/02/2026

Bushura Shashemanne Abbosto
Sagantaan da’awaa fi Galii sassaabbii Masjiida Salaam (Abboostoo) guyyaa har'aa isteediyeemii Shaashamanneetti bakka keessummoonni gurguddoon argamanitti gaggeeffamaa jira.

Miidiyaa Miilaan

Sagantaan da’awaa fi Galii sassaabbii Masjiida Salaamiif (Abboostoof) godhamaa jiru kun ashaaraa dhaloonni amma jiru magaalaa biyyaa fi hawaasa muslimaaf qabsaa'aa turte kanaaf yeroo itti awwaatee deebii deebisu ta'uun isaa ni beekama.

Waamicha taasifame kanaafis Haji Baatiin qarshii Miiliyoona 5 (5,000,000) niyyachuun hawaasa gammachiisanii jiru. Sagantaan kunis kan itti fufee jirudha

11/01/2026

Ramadaan kariim👈

16/10/2025

abboosto masjiid

‎‎Seerri hundaa olii, heera uumaati!Bineensa, Oromoon Oromeesse,‎                  Qorkee.‎‎Oromoon falaasama isaa keess...
25/09/2025

‎
‎Seerri hundaa olii, heera uumaati!Bineensa, Oromoon Oromeesse,
‎ Qorkee.
‎
‎Oromoon falaasama isaa keessatti bineensi hunduu nama waliin gosa lakkuu dhalate qaba jedhee amana.
‎
‎Fakkeenyaaf leenci gosa aboosara jedhamu, waliin lakkuu dhalate jedhama. Kanaaf gaafa leenci sitti dhufu, akka sin nyaanneef, ani gosa aboosara jedhii jedhama.
‎
‎Akka falaasama Oromoo ganamaatti bineensi gosa hin qabne hin jiru. Bineensota kanneen yoo ajjeefte gosa sana keessaa akka nama ajjeefteetti lakkaa'amee gumaa baasta.
‎
‎Yoo bineensi gosa kee ta'e namaafi qabeenya namaa miidhes, gosa isaatu irraa gumaa fixa.
‎
‎Kunis uumama hunda kan uume rabbi waan ta'eef, lubbuun hunduu walqixa jiraachuu qaba jedhee oromoon waan amanuufi.
‎
‎Godina Arsii Aanaa Siraaroo kan jiraatan, maanguddoon argaa dhageetti, Imaam Tash*tees, bineensi jedhamu gosa koo, Hambeettuu jedhan.
‎
‎...Qorkeen gaara yaatii...,
‎...Hortee gosa taatii..." jedhamtees gosa Hambeettuu biratti faarfamtis jedhan.
‎
‎Qorkeen bineensa maqaa saayinsaawaa "Swayne's Hartebeest" jedhamuun beekamuufi Itiyoophiyaa keessatti qofaa kan argamu, Aanaa Siraaroo Paarkii biyyaalessaa Sambatee sinqilleetti kan kunuunfamudha.
‎
‎Duudhaan ganamaa Oromoon bineensa kunuunsuuf qabu laafaa dhufuurraan kan ka'e, Qorkeen, namaan ajjeefamuun sanyiin isaa xiqqaachaa waan dhufeef, Gadaan Arsii lubbuu bineensa kanaa Kan baase lubbuu namaa gosa Hambeettuu baase, jedhee gumaa akka lubbuu namaatti lakkaa'ee loon dhibbaan akka adamu lallabe.
‎
‎Kunis duudhaan kaleessa oromoon bineensa kunuunsuuf qabu akka deebi'u, bineensonni sababa namaan, lafarraa akka hin duguugamneef ittisuufi.
‎
‎Hambeettu bineensa Qorkee kana Biddicha jedhee maqaa masoon waama.
‎
‎Qorkee yoo namni beekaa adamsees ta'ee tasa ajjeese, gosa Hambeettuutu gumaa barbaadee baasifata.
‎
‎Tumaa seeraa Gadaan Arsii lubbuu Qorqee baraaruuf labseen, yeroo ammaa Jijjiiramni dhufee, sanyiin Qorkee xiqqaatee ture amma paarkii Biyyaalessaa sambatee sinqillee keessat

Address

Oromia
Shashemene

Telephone

+251911720282

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala mobile solution posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Chala mobile solution:

Shortcuts

Share